MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Bitootessa 2017

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Caamsaa 1-28, 2017tti qoʼataman kan qabate dha.

SEENAA JIREENYAA

Ogeessotaa Wajjin Adeemuu Kootiin Faayidaa Guddaa Argadheera

Wiiliyaam Saamuʼeelsan waggoota tajaajila yeroo guutuu keessatti dabarsetti, hojiiwwan gammachiisoo fi ulfaatoo taʼan isa mudataniiru.

Kan Ulfinni Isaaf Maluuf Ulfina Kennaa

Ulfinni kan malu eenyuufi? Maaliif? Ulfina isaaniif kennuudhaan faayidaa argachuu kan dandeessu akkamitti?

Amantii Qabaachuudhaan—Murtoo Ogummaa Irratti Hundaaʼe Godhaa!

Murtoowwan ati gootu keessaa tokko tokko guutummaatti jireenya kee jijjiiruu dandaʼu. Murtoo ogummaa irratti hundaaʼe gochuuf maaltu si gargaaruu dandaʼa?

Garaa Guutuudhaan Yihowaa Tajaajilaa!

Mootota Yihudaa kan taʼan Aasaan, Yoshaafaax, Hisqiyaasii fi Yosiyaas dogoggora raawwataniiru. Waaqayyo garuu garaa guutuudhaan akka isaan isa tajaajilanitti isaani ilaaleera. Maaliif?

Wantoota Barreeffamaniif Xiyyeeffannaa ni Kennituu?

You can learn from the mistakes of others, including those mistakes recorded in the Bible.

Yeroo Michummaan Balaadhaaf Saaxilamutti Michuu Dhugaa Taʼuu

Michuun kee tokko daandii sirriitti deebiʼuuf gargaarsi isa barbaachisuu dandaʼa. Akkamitti isa gargaaruu dandeessa?

Maqaa Kitaaba Qulqulluu Okkotee Bara Durii Irratti Barreeffame

Caccabaan okkotee suphee waggaa 3,000 galmeessisee fi bara 2012tti qotamee argame tokko, qalbii qorattootaa hawwateera. Argannoo kana maaltu adda godha?