Seenaa Baraa Isa Tokkoffaa 8:1-40

  • Sanyiiwwan Biiniyaam (1-40)

    • Hidda dhalootaa maatii Saaʼol (33-40)

8  Biiniyaam+ ilma isaa isa jalqabaa Beelaa,+ ilma isaa isa lammaffaa Ashbeel,+ ilma isaa isa sadaffaa Ahaaraa,  ilma isaa isa arfaffaa Nohaa fi ilma isaa isa shanaffaa Raafaa dhalche.  Ilmaan Beelaa, Adaar, Geeraa,+ Abihud,  Abishuwaa, Naʼamaan, Ahoʼaa,  Geeraa, Shefufaanii fi Huraam turan.  Kanneen kun ilmaan Eehud warra jiraattota Geebaa+ boojiʼamanii gara Maanaahaatitti geeffaman irratti dura buutota manneen abbootii turani dha:  Naʼamaan, Ahiyaa fi Geeraa; Geeraan isa boojuudhaan isaan fudhatee ture sana dha; inni Uuzaa fi Ahihudiin dhalche.  Shaahaaraayim namoota sana erga biyyaa baasee booda biyya* Moʼaab keessatti ijoollee dhalche. Hushiimii fi Baaʼaaraan haadhotii manaa isaa turan.*  Haadha manaa isaa Hoodeesh irraa, Yobaabiin, Zibiyaa, Meeshaa, Maalkaamiin, 10  Yeʼuuziin, Saakiyaa fi Miirmaa dhalche. Kanneen kun ilmaan isaa warra dura buutota manneen abbootii isaanii turani dha. 11  Hushiim irraa Abitubii fi Elphaaʼaaliin dhalche. 12  Ilmaan Elphaaʼaal, Ebeer, Miishaam, Shemeed (isa Onoo,+ akkasumas Loodii+ fi magaalota ishii jalatti* argaman ijaare), 13  Beriʼaa fi Sheemaa turan. Kanneen kun jiraattota Ayiloon+ irratti dura buutota manneen abbootii turan. Isaan kun jiraattota Gaat ariʼanii baasan. 14  Akkasumas, Ahiyoo, Shaashaaq, Yeremoot, 15  Zebaadiyaa, Aaraad, Edeer, 16  Mikaaʼel, Yishphaa fi Yohaa warra ilmaan Beriʼaa turan; 17  Zebaadiyaa, Meshulaam, Hizqii, Hebeer, 18  Hishmeriyaa, Yizliʼaa fi Yobaab warra ilmaan Elphaaʼaal turan; 19  Yaaqiim, Zikrii, Zaabdii, 20  Elinaay, Ziletaay, Eliʼeel, 21  Adaayaa, Beraayaa fi Shimraat warra ilmaan Shimeʼii turan; 22  Yishphaan, Ebeer, Eliʼeel, 23  Abdoon, Zikrii, Haanaan, 24  Hanaaniyaa, Eelaam, Antootiyaa, 25  Yifdeyaa fi Phenuʼel warra ilmaan Shaashaaq turan; 26  Shaamsheraay, Shehaariyaa, Ataaliyaa, 27  Yaaʼaareshiyaa, Eeliyaasii fi Zikrii warra ilmaan Yerohaam turan. 28  Kanneen kun akka hidda dhalootaa isaaniitiin galmeeffamanitti dura buutota manneen abbootii isaanii turan. Dura buutonni kun Yerusaalem keessa jiraatu turan. 29  Abbaa Gibeʼon+ kan taʼe Yeyiʼel Gibeʼon keessa jiraata ture. Maqaan haadha manaa isaa Maʼaakaa ture.+ 30  Ilmi isaa inni angafaa Abdoon, warri kaan immoo Zuur, Qiish, Baʼaal, Naadaab, 31  Geedor, Ahiyoo fi Zaaker turan. 32  Miiqlot Shimeʼaa dhalche. Hundi isaaniis obboloota isaanii kaanii wajjin, obboloota isaaniitti dhihaatanii Yerusaalem keessa jiraatu turan. 33  Neer+ Qiishiin dhalche; Qiish Saaʼoliin+ dhalche; Saaʼol Yonaataaniin,+ Malkishuwaa,+ Abinaadaabii+ fi Eshbaʼaaliin*+ dhalche. 34  Ilmi Yonaataan Meriib Baʼaal*+ ture. Meriib Baʼaal Miikiyaasiin dhalche.+ 35  Ilmaan Miikiyaas, Pitoon, Meeleek, Taareʼaa fi Akaaz turan. 36  Akaaz Yehoʼaadaa dhalche; Yehoʼaadaan Alameetiin, Azmaawetii fi Zimrii dhalche. Zimriin Moozaa dhalche. 37  Moozaan Bineʼaa dhalche; Bineʼaan Raafaa dhalche; Raafaan Elʼaasaa dhalche; Elʼaasaan Azeeliin dhalche. 38  Azeel ilmaan jaʼa qaba ture; maqaan isaaniis Azriqaam, Bokeruu, Ishmaaʼel, Sheʼaariyaa, Obaadiyaa fi Haanaan ture. Kanneen kun hundi ilmaan Azeel turan. 39  Ilmaan obboleessa isaa Esheeqis, ilma isaa isa angafaa Ulaam, ilma isaa isa lammaffaa Yeʼuushii fi ilma isaa isa sadaffaa Elifeelet turan. 40  Ilmaan Ulaam loltoota jajjaboo warra iddaatti fayyadamuu* dandaʼan turan; isaan ilmaanii fi ijoollee ijoollee hedduu qabu turan; lakkoofsi isaanii 150 ture. Kanneen kun hundi sanyiiwwan Biiniyaam turan.

Miiljaleewwan

Kal., “dirree.”
Ykn tarii, “haadhotii manaa isaa Hushiimii fi Baaʼaaraa erga ariʼee booda.”
Ykn., “naannoo ishiitti.”
Ish Bosheet jedhamees ni waamama.
Mefiboshet jedhamees ni waamama.
Kal., “iddaa irra dhaabbachuu.”