Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 1

Amalawwan Yihowaa

Amalawwan Yihowaa

(Mulʼata 4:11)

  1. 1. Yaa Yihowaa humna guddaa qabda;

    Lubbuu uumteetta ifa ni kennita.

    Humna kee ibsu wantoonn’ uumaman;

    Takkaa hin badan laftiif samiin.

  2. 2. Ati yoomiyyuu haqaan bulchita.

    Ajajawwan kee hunda nu beeksista.

    Namni Dubbii kee sirriitti beeke,

    Caalaatti ifaaf ogummaan kee.

  3. 3. Amalli kee ʼnni guddaan jaalala.

    Kennaawwan keen maaltu wal gita silaa.

    Amalawwan keef maqaa kee guddaa,

    Gammachuun himna yeroo hunda.