Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 103

Tiksitoota—Dhiirota Kennaa Taʼan

Tiksitoota—Dhiirota Kennaa Taʼan

(Efesoon 4:8)

  1. 1. Yihowaan nu gargaaruu yaadee

    Tiksitoota muude.

    Fakkeenya taʼuudhaan barsiisu;

    Karaa nu qabsiisu.

    (BUUSAA)

    Dhiirota kennaa taʼan kana,

    Guutummaatti amanna.

    Hoolotasaatiif of eeggatu;

    Isaan jaallachuu qabna.

  2. 2. Miira keenyaafis baayʼee yaadu;

    Jaalalaan nu tiksu.

    Yeroo miidhamnu nu fayyisu;

    Jechaanis nu cimsu.

    (BUUSAA)

    Dhiirota kennaa taʼan kana,

    Guutummaatti amanna.

    Hoolotasaatiif of eeggatu;

    Isaan jaallachuu qabna.

  3. 3. Karaa Waaqaarraa akkaʼn gorre,

    Gorsasaa nuuf kennu;

    Guyyaa hunda akka fedhasaa,

    Akka deddeebinu.

    (BUUSAA)

    Dhiirota kennaa taʼan kana,

    Guutummaatti amanna.

    Hoolotasaatiif of eeggatu;

    Isaan jaallachuu qabna.