Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 127

Nama Akkamii Taʼuun Qaba

Nama Akkamii Taʼuun Qaba

(2 Pheexiros 3:11)

  1. 1. Yihowaa ani siif maalan kaffala?

    Si galateeffachuuf, waan naa gooteef tola?

    Dubbiin kee anaaf daawwitii naa taʼeera;

    Na gargaari eenyummaa koon ittiin qora.

    (CEESISA)

    Ani of kenneera si tajaajiluuf,

    Fedha malee miti dirqama koo baʼuuf.

    Lubbuuf garaa guutuun si tajaajila;

    Si gammachiisuun anatti tola.

    Na gargaari akkan qoree of ʼlaalu;

    Taʼuu nan barbaada nama sitti tolu.

    Amanamootaaf amanamaa ni taata;

    Si gammachiisuun barbaada na gargaarta.

(Dabalataan, Far. 18:25; 116:12; Fak. 11:20 ilaali.)