Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 129

Jabaannee Dhaabbachuu Keenya Itti Fufna

Jabaannee Dhaabbachuu Keenya Itti Fufna

(Maatewos 24:13)

  1. 1. Yeroo qorumsaa,

    Maaltu obsa argamsiisa?

    Yesuus dhiphatus

    Abdii qabu dursee ʼlaale.

    Abdiif haqa Waaqaa

    Irratti xiinxale.

    (BUUSAA)

    Jabaannee haa dhaabbannu.

    Dhugaa haa deggerru.

    Jaalallisaa wabii dha.

    Hamma dhumaa jabinaan haa turru.

  2. 2. Gaddiif dhiphinni

    Nurra gaʼaa jira taʼa;

    Amma yoo boonyes,

    Fayyinni nutti mulʼata.

    Achitti argamuuf

    Carraaqna fuuramuuf.

    (BUUSAA)

    Jabaannee haa dhaabbannu.

    Dhugaa haa deggerru.

    Jaalallisaa wabii dha.

    Hamma dhumaa jabinaan haa turru.

  3. 3. Abdii hin kunnu,

    Hin shakkinu, hin sodaannu.

    Ni tajaajilla

    Hamma guyyaa Yihowaatti.

    Jabaannee dhaabbanna;

    Ni dhufa dhihootti.

    (BUUSAA)

    Jabaannee haa dhaabbannu.

    Dhugaa haa deggerru.

    Jaalallisaa wabii dha.

    Hamma dhumaa jabinaan haa turru.