Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 35

‘Wantoota Caalaatti Barbaachisan Beekaa’

‘Wantoota Caalaatti Barbaachisan Beekaa’

(Filiphisiyus 1:10)

  1. 1. Baayʼee barbaachisaa dha hubannaan,

    Waan dhugaa addaan baasuun,

    Wanta caalaatti barbaachisu

    Kam akka raawwannu beekuun!

    (BUUSAA)

    Hamaa jibbi; gaarii jaallu.

    Yihowaatti

    Akka tolu; wanta barbaachisaa

    Hubachuu fi beekuun,

    Raawwachuun nama kiisa!

  2. 2. Misiraachoo himuu maaltu caala,

    Kan dheebotan waamuurra?

    Daandii Waaqaa akka filatan

    Gargaarra isaan affeerra.

    (BUUSAA)

    Hamaa jibbi; gaarii jaallu.

    Yihowaatti

    Akka tolu; wanta barbaachisaa

    Hubachuu fi beekuun,

    Raawwachuun nama kiisa!

  3. 3. Wanta barbaachisuuf ni dhimmina,

    Gammachuu dhugaa ʼrganna.

    Nagaan hin dandeenye hubatamuu

    Nuuf eega garaaf sammuu.

    (BUUSAA)

    Hamaa jibbi; gaarii jaallu.

    Yihowaatti

    Akka tolu; wanta barbaachisaa

    Hubachuu fi beekuun,

    Raawwachuun nama kiisa!