Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 76

Hammam Gammadda?

Hammam Gammadda?

(Ibroota 13:15)

  1. 1. Mee hammam gammadda?

    lallabuuf barsiisuudhaan,

    Garraamota gargaaruuf

    gaʼee kee raawwannaan?

    Kan humna kee goota;

    kaan Yihowaadhaaf dhiista.

    Warra garraamii taʼan

    inni ni hubata.

    (BUUSAA)

    Kennuudhaan baayʼee gammanna

    sammuu, sagalee fi humna.

    Aarsaa galataa dhiheessuu

    ittʼ haa fufnu yoosuu.

  2. 2. Mee hammam gammadda?

    wanti ati dubbattu

    Warra qajeeloo hundat’

    toluusaa yoo beektu?

    Kan fagaatan jiru,

    inni kaan dhugaa dhiisa.

    Taʼus baachuun maqaasaa

    nuun nu gammachiisa.

    (BUUSAA)

    Kennuudhaan baayʼee gammanna

    sammuu, sagalee fi humna.

    Aarsaa galataa dhiheessuu

    ittʼ haa fufnu yoosuu.

  3. 3. Mee hammam gammadda?

    Waaqni si gargaaruusaa,

    Yoo beektu si amanee

    hojii sii kennuusaa?

    Lallabatti boonnus,

    dubbiin keenya haa laafu;

    Qajeeloo haa barbaannu,

    hojichʼ ittiʼn fufu.

    (BUUSAA)

    Kennuudhaan baayʼee gammanna

    sammuu, sagalee fi humna.

    Aarsaa galataa dhiheessuu

    ittʼ haa fufnu yoosuu.