Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 79

Jabaatanii Akka Dhaabbatan Isaan Barsiisaa

Jabaatanii Akka Dhaabbatan Isaan Barsiisaa

(Maatewos 28:19, 20)

  1. 1. Hoolota Yihowaa barsiisuun

    Gammachuu argamsiisa.

    Kan ofii akka godhan dhugaa,

    Inni isaan geggeessa.

    (BUUSAA)

    Yaa Yihowaa nu dhagaʼi;

    Eegumsa isaaniif godhi.

    Maqaa Yesuusiin kadhanna;

    Haa milkaaʼan, jabaatanii haa dhaabbatan.

  2. 2. Qorumsi yeroo ʼsaan mudate,

    Isaaniif ni kadhanne.

    Gargaaruuf yeroo ramanneerra;

    Isaanis humnaʼn laafne.

    (BUUSAA)

    Yaa Yihowaa nu dhagaʼi;

    Eegumsa isaaniif godhi.

    Maqaa Yesuusiin kadhanna;

    Haa milkaaʼan, jabaatanii haa dhaabbatan.

  3. 3. Waaqayyoof Ilma isaarratti,

    Amantii haa qabaatan.

    Haa ciman, haa ajajamani,

    Jireenya haa argatan.

    (BUUSAA)

    Yaa Yihowaa nu dhagaʼi;

    Eegumsa isaaniif godhi.

    Maqaa Yesuusiin kadhanna;

    Haa milkaaʼan, jabaatanii haa dhaabbatan.

(Dabalataan, Luq. 6:48; HoE. 5:42; Filp. 4:1 ilaali.)