Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 81

Jireenya Qajeelchitootaa

Jireenya Qajeelchitootaa

(Lallaba 11:6)

  1. 1. Ganama bariidhaan, aduun utuuʼn baʼin,

    Hirriba ʼddaan kunnee

    tajaajila baana kadhannee.

    Namoota ni dubbisna fuula ifaadhaan.

    Kaan nu dhaggeeffatu,

    kaan dhiisanii deemu, ʼtti fufna.

    (BUUSAA)

    Kana filanneerra;

    Yihowaaf jiraanna.

    Waan nu ajaje ni raawwanna.

    Aduudhaan, roobaanis,

    Hojicha ʼtti fufna.

    Jaalala Yihowaadhaaf qabnu mulʼisna.

  2. 2. Galgala galgala, yeroo lixxu aduun

    Dadhabnus jabaannee

    galata galchina gammachuun.

    Qajeelchaa taʼuudhaan waan wayyu kennina.

    Galata galchinaaf

    yeroo hunda waan nu eebbisuuf.

    (BUUSAA)

    Kana filanneerra;

    Yihowaaf jiraanna.

    Waan nu ajaje ni raawwanna.

    Aduudhaan, roobaanis,

    Hojicha ʼtti fufna.

    Jaalala Yihowaadhaaf qabnu mulʼisna.

(Dabalataan, Iya. 24:15; Far. 92:2; Rom. 14:8 ilaali.)