Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Ribqaa

Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa—Ribqaa

Mata dureen walitti aansee baʼuu fi Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa jedhamu, namoota amantii cimaa qabanii fi Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsaman adda addaa wajjin wal nu barsiisa. Kutaa kanarratti, fakkeenya Ribqaa fi sababii itti fakkeenya ishii hordofuu qabnu baranna.