Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

A7-C

Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesuus Galiilaatti Raawwate (Kutaa 1)

YEROO

BAKKA

TAʼEE

MAATEWOS

MAARQOS

LUQAAS

YOHAANNIS

30

Galiilaa

Yesuus yeroo jalqabaatiif “Mootummaan Waaqayyoo dhihaateera” jedhee labse

4:17

1:14, 15

4:14, 15

4:44, 45

Qaanaa; Naazireet; Qifirnaahom

Ilma abbaa taayitaa tokkoo fayyise; maraa kitaaba Isaayyaas irraa dubbise; gara Qifirnaahom deeme

4:13-16

 

4:16-31

4:46-54

Galaana Galiilaa, Qifirnaahom bira

Barattoota afur waame: Simoonii fi Indiriyaas, Yaaqoobii fi Yohaannis

4:18-22

1:16-20

5:1-11

 

Qifirnaahom

Amaatii Simoonii fi namoota kaan fayyise

8:14-17

1:21-34

4:31-41

 

Galiilaa

Yeroo jalqabaatiif barattoota isaa afurii wajjin Galiilaa keessa deeme

4:23-25

1:35-39

4:42, 43

 

Nama dhukkuba nadaayiitiin qabame fayyise; namoonni baayʼeen duukaa buʼan

8:1-4

1:40-45

5:12-16

 

Qifirnaahom

Nama lamshaaʼe fayyise

9:1-8

2:1-12

5:17-26

 

Maatewosiin waame; warra qaraxa sassaabanii wajjin nyaate; gaaffii sooma rratti kaʼe

9:9-17

2:13-22

5:27-39

 

Yihudaa

Manneen sagadaa keessatti lallabe

   

4:44

 

31, Faasikaa

Yerusaalem

Beetazaataatti dhukkubsataa fayyise; Yihudoonni isa ajjeesuu barbaadan

     

5:1-47

Yerusaalemii yeroo deebiʼu (?)

Barattoonni guyyaa Sanbataatti asheeta ciratan; Yesuus “Gooftaa Sanbataa ti”

12:1-8

2:23-28

6:1-5

 

Galiilaa; Galaana Galiilaa

Sanbatatti namicha tokko fayyise; tuutni isa duukaa buʼe; namoota hedduu fayyise

12:9-21

3:1-12

6:6-11

 

Gaara Qifirnaahom bira jiru

Ergamoota 12 filate

 

3:13-19

6:12-16

 

Qifirnaahom bira

Gaara irratti lallabe

5:1–7:29

 

6:17-49

 

Qifirnaahom

Tajaajilaa ajajaa dhibbaa tokkoo fayyise

8:5-13

 

7:1-10

 

Naayin

Ilma dubartii takkaa fayyise

   

7:11-17

 

Xiberiyaas; Galiilaa (Naayin ykn naannoo ishii)

Yohaannis barattoota isaa Yesuusitti erge; dhugaan daaʼimmanitti mulʼifame; waanjoo nama hin quuqne

11:2-30

 

7:18-35

 

Galiilaa (Naayin ykn naannoo ishii)

Dubartii cubbamtuun miila isaa zayitii dibde; fakkeenya namoota liqiin irra jiruu

   

7:36-50

 

Galiilaa

Adeemsa lallabaa isa lammaffaa, barattoota isaa 12 wajjin

   

8:1-3

 

Jinniiwwan baase; cubbuu dhiifama hin qabne

12:22-37

3:19-30

   

Mallattoo Yoonaas malee kan biraan hin kennamu

12:38-45

     

Haati isaa fi obboloonni isaa ni dhufan; barattoonni isaa firoota isaa akka taʼan dubbate

12:46-50

3:31-35

8:19-21