Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

B9

Mootummoota Addunyaa Daaniʼel Raajiidhaan Dubbate

Baabilon

Daaniʼel 2:32, 36-38; 7:4

Dh.K.D. 607 Nebukadnezaar Mootichi Yerusaalemiin balleesse

Meedo-Faarsi

Daaniʼel 2:32, 39; 7:5

Dh.K.D. 539 Baabiloniin qabate

Dh.K.D. 537 Qiiros Yihudoonni gara Yerusaalem akka deebiʼan labsii baase

Giriikii

Daaniʼel 2:32, 39; 7:6

Dh.K.D. 331 Iskindir Guddichi Faarsiin qabate

Roomaa

Daaniʼel 2:33, 40; 7:7

Dh.K.D. 63 Israaʼeliin bulche

Dh.K.B. 70 Yerusaalemiin balleesse

Angiloo-Ameerikaa

Daaniʼel 2:33, 41-43

Dh.K.B. 1914-1918 Yeroo Waraana Addunyaa Tokkoffaatti Angiloo-Ameerikaan Mootummaa Addunyaa taʼe