Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

B14-B

Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa

Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Ibrootaa Keessatti

Geeraa (sheeqilii 1⁄ 20)

0.57 g

geeraa 10 = beekaa 1

Beekaa

5.7 g

beekaa 2 = sheeqilii 1

Fiimii

7.8 g

fiimii 1 = sheeqilii 2⁄ 3

Safartuu Sheeqilii

Sheeqilii

11.4 g

sheeqilii 50 = miinaa 1

Miinaa

570 g

miinaa 60 = taalaantii1

Taalaantii

34.2 kg

Daarikii (kan Faarsi, warqii)

8.4 g

Izraa 8:27

Maallaqaa fi Safartuu Ulfaatinaa Kitaabota Qulqulluu Afaan Giriikii Keessatti

Leptaa (kan Yihudotaa, sibiila diimaa ykn nahaasii)

kuwaadraansii 1⁄ 2

Luqaas 21:2

Kuwaadraansii (kan Roomaa, sibiila diimaa ykn nahaasii)

leptaa 2

Maatewos 5:26

Assaariyonii (kan Roomaa fi bulchiinsawwan ishii, sibiila diimaa ykn nahaasii)

kuwaadraansii 4

Maatewos 10:29

Dinaaree (kan Roomaa, meetii)

kuwaadraansii 64

3.85 g

Maatewos 20:10

= Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12)

Diraakmaa (kan Giriikii, meetii)

3.4 g

Luqaas 15:8

= Mindaa Guyyaa 1 (saʼaatii 12)

Daaydiraakmaa (kan Giriikii, meetii)

diraakmaa 2

6.8 g

Maatewos 17:24

= Mindaa Guyyaa 2

Teetiraadiraakmaa Anxokiyaa

Teetiraadiraakmaa Xiiros (Sheeqilii meetii Xiiros)

Teetiraadiraakmaa (kan Giriikii, meetii; istaatarii meetii jedhamees ni waamama)

diraakmaa 4

13.6 g

Maatewos 17:27

= Mindaa Guyyaa 4

Miinaa

diraakmaa 100

340 g

Luqaas 19:13

= mindaa gara guyyaa 100

Taalaantii

miinaa 60

20.4 kg

Maatewos 18:24

Mulʼata 16:21

= mindaa gara waggaa 20

Paawundii (Roomaa)

327 g

Yohaannis 12:3

“Zayitii urgaaʼaa gara [‘paawundii tokkoo,’ milj.] . . . naardosii qulqulluu”