Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

GAAFFII 20

Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Kee Irraa Faayidaa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?

YEROO KITAABA QULQULLUU DUBBISTU GAAFFIIWWAN KANAAF DEEBII KENNI:

Yaanni kun waaʼee Yihowaa maal na barsiisa?

Dhaamsa Kitaaba Qulqulluu wajjin walitti dhufeenya akkamii qaba?

Jireenya koo keessatti hojii irra oolchuu kanan dandaʼu akkamitti?

Warra kaan gargaaruuf itti fayyadamuu kanan dandaʼu akkamitti?

“Dubbiin kee miila kootiif ibsaa, daandii kootiifis ifa dha.”

Faarfannaa 119:105