Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Uumamaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Samii fi lafti ni uumaman (1, 2)

    • Guyyaa lafti itti qopheeffamte jaʼa (3-31)

      • Guyyaa 1: ifa; guyyaa fi halkan (3-5)

      • Guyyaa 2: hawaa (6-8)

      • Guyyaa 3: dachee gogaa fi biqiltoota (9-13)

      • Guyyaa 4: maddawwan ifaa samii (14-19)

      • Guyyaa 5: qurxummiiwwanii fi simbirroota (20-23)

      • Guyyaa 6: bineensota lafa irraa fi namoota (24-31)

  • 2

    • Waaqayyo guyyaa torbaffaatti ni boqote (1-3)

    • Yihowaa, Waaqa samii fi lafa uume (4)

    • Dhiiraa fi dubartii iddoo biqiltuu Eedan keessa turan (5-25)

      • Namni biyyoo irraa ni tolfame (7)

      • Muka beekumsaa isa dhowwame (15-17)

      • Dubartiin uumamuu ishii (18-25)

  • 3

    • Kaʼumsa cubbuu namaa (1-13)

      • Soba isa jalqabaa (4, 5)

    • Murtii Yihowaan finciltoota irratti dabarse (14-24)

      • Sanyiin dubartittii dursee dubbatame (15)

      • Eedan keessaa ariʼamuu (23, 24)

  • 4

    • Qaayinii fi Abeel (1-16)

    • Sanyii Qaayin (17-24)

    • Seetii fi ilma isaa Eenosh (25, 26)

  • 5

    • Addaam irraa jalqabee hamma Nohitti (1-32)

      • Addaam ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dhalche (4)

      • Heenok Waaqayyoo wajjin deddeebiʼe (21-24)

  • 6

    • Ilmaan Waaqayyoo lafa irratti dubartoota fuudhan (1-3)

    • Nefiliimonni ni dhalatan (4)

    • Hamminni ilmaan namootaa Yihowaa gaddisiise (5-8)

    • Noh doonii akka ijaaru itti himame (9-16)

    • Waaqayyo Bishaan Badiisaa akka dhufu labse (17-22)

  • 7

    • Doonichatti seenuu (1-10)

    • Bishaan Badiisaa addunyaa mara irra gaʼe (11-24)

  • 8

    • Bishaan Badiisaa ni hirʼate (1-14)

      • Gugeen ergamuu ishii (8-12)

    • Doonicha keessaa baʼuu (15-19)

    • Waadaa Waaqayyo lafa ilaalchisee gale (20-22)

  • 9

    • Qajeelfama ilmaan namootaatiif kenname (1-7)

      • Seera dhiiga ilaalchisee kenname (4-6)

    • Kakuu sabbata waaqaa (8-17)

    • Raajiiwwan sanyii Noh ilaalchisee dubbataman (18-29)

  • 10

    • Maqaa sabootaa (1-32)

      • Sanyii Yaafeet (2-5)

      • Sanyii Kaam (6-20)

        • Naamrud Yihowaa ni morme (8-12)

      • Sanyii Seem (21-31)

  • 11

    • Gamoo Baabel (1-4)

    • Yihowaan qooqa isaanii walitti make (5-9)

    • Seem irraa jalqabee hamma Abraamitti (10-32)

      • Maatii Taaraa (27)

      • Abraam Uur keessaa ni baʼe (31)

  • 12

    • Abraam Kaaraanii baʼee gara Kanaʼaan deeme (1-9)

      • Waadaa Waaqayyo Abraamiif gale (7)

    • Abraamii fi Saaraay Gibxii keessatti (10-20)

  • 13

    • Abraam gara Kanaʼaanitti deebiʼe (1-4)

    • Abraamii fi Loox gargar baʼan (5-13)

    • Waaqayyo waadaa Abraamiif gale irra deebiʼe (14-18)

  • 14

    • Abraam Looxiin oolche (1-16)

    • Malkiseedeq Abraamiin eebbise (17-24)

  • 15

    • Kakuu Waaqayyo Abraamii wajjin gale (1-21)

      • Waggaa 400f akka cunqurfaman dursee dubbatame (13)

      • Waaqayyo waadaa Abraamiif gale irra deebiʼe (18-21)

  • 16

    • Aggaarii fi Ishmaaʼel (1-16)

  • 17

    • Abrahaam abbaa saboota hedduu ni taʼa (1-8)

      • Maqaan Abraam Abrahaamitti jijjiirame (5)

    • Kakuu dhaqna qabaa (9-14)

    • Maqaan Saaraay Saaraatti jijjiirame (15-17)

    • Ilma Yisihaaq jedhamu akka qabaatan waadaa galame (18-27)

  • 18

    • Maleekonni sadii Abrahaam bira dhufan (1-8)

    • Saaraan ilma akka deessu waadaan ni galameef; ishiin ni kolfite (9-15)

    • Abrahaam Sodoomiif ni kadhate (16-33)

  • 19

    • Maleekonni Loox bira dhaqan (1-11)

    • Looxii fi maatiin isaa akka baʼan itti himame (12-22)

    • Sodoomii fi Gomoraan ni balleeffaman (23-29)

      • Haati manaa Loox siidaa soogiddaa taate (26)

    • Looxii fi ijoollee durbaa isaa (30-38)

      • Kaʼumsa Moʼaabii fi Amoon (37, 38)

  • 20

    • Saaraan Abimelek irraa ni oolte (1-18)

  • 21

    • Yisihaaq ni dhalate (1-7)

    • Ishmaaʼel Yisihaaqitti qoose (8, 9)

    • Aggaarii fi Ishmaaʼel ni ariʼaman (10-21)

    • Kakuu Abrahaam Abimelekii wajjin gale (22-34)

  • 22

    • Abrahaam Yisihaaqiin aarsaa akka godhu itti himame (1-19)

      • Eebba karaa sanyii Abrahaam argamu (15-18)

    • Maatii Ribqaa (20-24)

  • 23

    • Duʼa Saaraa fi iddoo ishiin awwaalamte (1-20)

  • 24

    • Yisihaaqiif haadha manaa barbaaduu (1-58)

    • Ribqaan gara Yisihaaq deemte (59-67)

  • 25

    • Abrahaam haadha manaa kan biraa fuudhe (1-6)

    • Abrahaam ni duʼe (7-11)

    • Ilmaan Ishmaaʼel (12-18)

    • Yaaqoobii fi Esaawu ni dhalatan (19-26)

    • Esaawu mirga angafummaa isaa gurgure (27-34)

  • 26

    • Yisihaaqii fi Ribqaan Geraar keessatti (1-11)

      • Waaqayyo waadaa gale Yisihaaqiif irra deebiʼe (3-5)

    • Walitti buʼiinsa boolla bishaanii irratti kaʼe (12-25)

    • Kakuu Yisihaaq Abimelekii wajjin gale (26-33)

    • Haadhotii manaa Esaawu warra Heetota taʼan lamaan (34, 35)

  • 27

    • Yaaqoob eebba Yisihaaq argate (1-29)

    • Esaawu eebba kan barbaade taʼus, yaada hin jijjiirranne (30-40)

    • Esaawu Yaaqoobiin ni jibbe (41-46)

  • 28

    • Yisihaaq Yaaqoobiin gara Phaadaan Aaraamitti erge (1-9)

    • Abjuu Yaaqoob Beetelitti arge (10-22)

      • Waaqayyo waadaa gale Yaaqoobiif irra deebiʼe (13-15)

  • 29

    • Yaaqoob Raaheliin argate (1-14)

    • Yaaqoob jaalala Raaheliin qabame (15-20)

    • Yaaqoob Liyaa fi Raaheliin fuudhe (21-29)

    • Yaaqoob Liyaa irraa ilmaan afur ni dhalche: Ruuben, Simiʼoon, Leewwii fi Yihudaa (30-35)

  • 30

    • Biilhaan Daanii fi Niftaalemiin ni deesse (1-8)

    • Zilfaan Gaadii fi Asheeriin ni deesse (9-13)

    • Liyaan Yisaakorii fi Zaabiloniin ni deesse (14-21)

    • Raahel Yoseefiin ni deesse (22-24)

    • Bushaayeewwan Yaaqoob ni baayʼatan (25-43)

  • 31

    • Yaaqoob dhokatee gara Kanaʼaan dhaqe (1-18)

    • Laabaan Yaaqoobiin ni dhaqqabe (19-35)

    • Kakuu Yaaqoob Laabaanii wajjin gale (36-55)

  • 32

    • Maleekonni Yaaqoobii wajjin wal argan (1, 2)

    • Yaaqoob Esaawuun argachuuf qophaaʼe (3-23)

    • Yaaqoob maleekaa tokkoo wajjin waldhaansoo qabe (24-32)

      • Maqaan Yaaqoob Israaʼelitti jijjiirame (28)

  • 33

    • Yaaqoob Esaawuu wajjin wal arge (1-16)

    • Yaaqoob gara Sheekem dhaqe (17-20)

  • 34

    • Diinaan dirqisiifamtee gudeedamte (1-12)

    • Ilmaan Yaaqoob gowwoomsanii tarkaanfii fudhatan (13-31)

  • 35

    • Yaaqoob waaqolii biyya ormaa ni balleesse (1-4)

    • Yaaqoob gara Beetelitti deebiʼe (5-15)

    • Biiniyaam ni dhalate; Raahel ni duute (16-20)

    • Ilmaan Israaʼel 12n (21-26)

    • Yisihaaq ni duʼe (27-29)

  • 36

    • Sanyii Esaawu (1-30)

    • Moototaa fi dura buutota Edoom (31-43)

  • 37

    • Abjuuwwan Yoseef (1-11)

    • Yoseefii fi obboloota isaa warra hinaaftota taʼan (12-24)

    • Yoseef garbummaatti gurgurame (25-36)

  • 38

    • Yihudaa fi Taamaar (1-30)

  • 39

    • Yoseef mana Phoxifaar keessatti (1-6)

    • Yoseef haadha manaa Phoxifaar jalaa ni baqate (7-20)

    • Yoseef mana hidhaa keessatti (21-23)

  • 40

    • Yoseef abjuu hidhamtootaa ni hiike (1-19)

      • ‘Abjuu kan hiiku Waaqayyo dha’ (8)

    • Afeerraa guyyaa dhalootaa Faraʼoon (20-23)

  • 41

    • Yoseef abjuu Faraʼoon ni hiike (1-36)

    • Faraʼoon Yoseefiin ol qabe (37-46a)

    • Yoseef midhaan irratti itti gaafatamaa taʼe (46b-57)

  • 42

    • Obboloonni Yoseef gara Gibxii dhaqan (1-4)

    • Yoseef obboloota isaa ni argate; isaan ni qores (5-25)

    • Obboloonni isaa gara Yaaqoobitti deebiʼan (26-38)

  • 43

    • Obboloonni Yoseef ammas gara Gibxii deeman; Biiniyaamii wajjin (1-14)

    • Yoseef ammas obboloota isaa wajjin wal arge (15-23)

    • Yoseef obboloota isaa wajjin afeerraa irratti argame (24-34)

  • 44

    • Xoofoon Yoseef karaciitii Biiniyaam keessatti argame (1-17)

    • Yihudaan Biiniyaamiif ni kadhate (18-34)

  • 45

    • Yoseef eenyummaa isaa ni ibse (1-15)

    • Obboloonni Yoseef gara Yaaqoobitti deebiʼan (16-28)

  • 46

    • Yaaqoobii fi maatiin isaa Gibxiitti galan (1-7)

    • Maqaa namoota Gibxiitti galanii (8-27)

    • Yoseef Gooshenitti Yaaqoobii wajjin wal arge (28-34)

  • 47

    • Yaaqoob Faraʼoonii wajjin wal arge (1-12)

    • Bulchiinsa Yoseef isa gaarii (13-26)

    • Israaʼel Gooshen buufate (27-31)

  • 48

    • Yaaqoob ilmaan Yoseef lamaan ni eebbise (1-12)

    • Efreem eebba caalu ni argate (13-22)

  • 49

    • Raajii Yaaqoob duʼuu isaa dura dubbate (1-28)

      • Shiiloon Yihudaa keessaa ni argama (10)

    • Qajeelfama Yaaqoob awwaala isaa ilaalchisee kenne (29-32)

    • Yaaqoob ni duʼe (33)

  • 50

    • Yoseef Kanaʼaan keessatti Yaaqoobiin awwaale (1-14)

    • Yoseef dhiifama gochuu isaa irra deebiʼee dubbate (15-21)

    • Guyyoota dhumaa Yoseefii fi duʼa isaa (22-26)

      • Ajaja Yoseef lafee isaa ilaalchisee kenne (25)