Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Baʼuu

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Israaʼelonni Gibxii keessatti ni baayʼatan (1-7)

    • Faraʼoon Israaʼelota cunqurse (8-14)

    • Deessistoonni Waaqa sodaatan lubbuu oolchan (15-22)

  • 2

    • Museen ni dhalate (1-4)

    • Intalli Faraʼoon Musee guddiste (5-10)

    • Museen Miidiyaanitti baqatee Sifooraa fuudhe (11-22)

    • Waaqayyo Israaʼelonni aaduu isaanii ni dhagaʼe (23-25)

  • 3

    • Musee fi harangamaa bobaʼu (1-12)

    • Yihowaan hiika maqaa isaa ibse (13-15)

    • Yihowaan Museedhaaf qajeelfama kenne (16-22)

  • 4

    • Mallattoowwan Museen raawwate sadan (1-9)

    • Museen gaʼumsa akka hin qabne itti dhagaʼame (10-17)

    • Museen gara Gibxiitti deebiʼe (18-26)

    • Museen Aaronii wajjin deebiʼee wal arge (27-31)

  • 5

    • Museenii fi Aaron Faraʼoon duratti dhihaatan (1-5)

    • Cunqursaan isaan irra gaʼu ni cime (6-18)

    • Israaʼelonni Musee fi Aaroniin komatan (19-23)

  • 6

    • Abdiin bilisa akka baʼan kenname ni haareffame (1-13)

      • Maqaan Yihowaa guutummaatti kan hin beekamne taʼuu isaa (2, 3)

    • Hidda dhalootaa Musee fi Aaron (14-27)

    • Museen ammas Faraʼoon duratti dhihaachuuf qophaaʼe (28-30)

  • 7

    • Yihowaan Musee jajjabeesse (1-7)

    • Uleen Aaron bofa guddaa taʼe (8-13)

    • Dhaʼicha 1ffaa: bishaan dhiigatti jijjiirame (14-25)

  • 8

    • Dhaʼicha 2ffaa: raacha (1-15)

    • Dhaʼicha 3ffaa: bookee (16-19)

    • Dhaʼicha 4ffaa: qarxaasaa (20-32)

      • Gooshen dhaʼichaan hin hubamne (22, 23)

  • 9

    • Dhaʼicha 5ffaa: horiiwwan ni duʼan (1-7)

    • Dhaʼicha 6ffaa: namaa fi horii irratti dhiitoon ni baʼe (8-12)

    • Dhaʼicha 7ffaa: cabbii (13-35)

      • Faraʼoon humna Waaqayyoo ni ilaala (16)

      • Maqaan Yihowaa ni labsama (16)

  • 10

    • Dhaʼicha 8ffaa: awwaannisa (1-20)

    • Dhaʼicha 9ffaa: dukkana (21-29)

  • 11

    • Dhaʼichi kurnaffaan ni beeksifame (1-10)

      • Israaʼelonni kennaa ni gaafatu (2)

  • 12

    • Faasikaan ni hundeeffame (1-28)

      • Dhiigni maqaanii irratti ni facaafama (7)

    • Dhaʼicha 10ffaa: angafoonni ni ajjeefaman (29-32)

    • Baʼuun ni jalqabame (33-42)

      • Dhuma waggoota 430nii (40, 41)

    • Qajeelfama Ayyaana Faasikaa (43-51)

  • 13

    • Dhiirri angafaa hundi kan Yihowaa ti (1, 2)

    • Ayyaana Maxinoo (3-10)

    • Dhiirri angafaa hundi Yihowaadhaaf adda baafame (11-16)

    • Israaʼelonni gara Galaana Diimaatti qajeelan (17-20)

    • Utubaa duumessaa fi utubaa ibiddaa (21, 22)

  • 14

    • Israaʼelonni galaanicha bira gaʼan (1-4)

    • Faraʼoon Israaʼelota duukaa buʼe (5-14)

    • Israaʼelonni Galaana Diimaa ceʼan (15-25)

    • Warri Gibxii galaanichaan liqimfaman 26-28)

    • Israaʼelonni Yihowaatti amanan (29-31)

  • 15

    • Faarfannaa injifannoo Musee fi Israaʼelonni faarfatan (1-19)

    • Miiriyaam jalaa qabdee faarfatte (20, 21)

    • Bishaan hadhaaʼu miʼaawaa taʼe (22-27)

  • 16

    • Sabichi waaʼee nyaataa gungume (1-3)

    • Yihowaan gungummii sana ni dhagaʼe (4-12)

    • Simbirrootaa fi mannaa (13-21)

    • Guyyaa Sanbataa mannaan hin jiru (22-30)

    • Mannaan yaadannoodhaaf kaaʼame (31-36)

  • 17

    • Gungummii bishaan dhabanii Horeebitti dhageessisan (1-4)

    • Bishaan qarsaa keessaa argame (5-7)

    • Amaaleqota waraananii injifatan (8-16)

  • 18

    • Yetroo fi Sifooraan ni dhufan (1-12)

    • Abbootii murtii akka muudu Yetroon Musee gorse (13-27)

  • 19

    • Gaara Siinaa irratti (1-25)

      • Israaʼelonni mootummaa lubootaa ni taʼu (5, 6)

      • Sabichi Waaqayyo duratti dhihaachuuf ni qulqulleeffame (14, 15)

  • 20

    • Ajajawwan Kurnan (1-17)

    • Dinqii Israaʼelonni akka sodaatan godhe (18-21)

    • Qajeelfama waaqeffannaa ilaalchisee kenname (22-26)

  • 21

    • Seerawwan Israaʼelotaaf kennaman (1-36)

      • Waaʼee garboota Ibroota taʼanii (2-11)

      • Waaʼee yakka namoota kaan irratti raawwatamuu (12-27)

      • Waaʼee horiiwwanii (28-36)

  • 22

    • Seerawwan Israaʼelotaaf kennaman (1-31)

      • Waaʼee hannaa (1-4)

      • Waaʼee midhaan mancaʼee (5, 6)

      • Waaʼee bakka buusuu fi abbaa qabeenyummaa (7-15)

      • Waaʼee gowwoomsuu (16, 17)

      • Waaʼee waaqeffannaa fi haqaa (18-31)

  • 23

    • Seerawwan Israaʼelotaaf kennaman (1-19)

      • Waaʼee amanamummaa fi haqaa (1-9)

      • Waaʼee sanbatawwanii fi ayyaanotaa (10-19)

    • Maleekaan Israaʼelota geggeesse (20-26)

    • Lafa dhaaluu fi daangaawwan (27-33)

  • 24

    • Sabichi kakuu sana eeguuf walii gale (1-11)

    • Museen Gaara Siinaa irratti (12-18)

  • 25

    • Buusii godoo qulqulluutiif godhame (1-9)

    • Taabota (10-22)

    • Minjaala (23-30)

    • Baattuu ibsaa (31-40)

  • 26

    • Godoo qulqulluu (1-37)

      • Huccuuwwan dunkaanaa (1-14)

      • Maqaaniiwwanii fi miiloowwan (15-30)

      • Golgaa (31-37)

  • 27

    • Iddoo aarsaa aarsaa gubamuu (1-8)

    • Mooraa (9-19)

    • Zayitii ibsaa (20, 21)

  • 28

    • Uffata lubummaa (1-5)

    • Efuudii (6-14)

    • Kiisii qomaa (15-30)

      • Uuriimii fi Tuumiimii (30)

    • Qoloo (31-35)

    • Marata mataa fi warqii diriiraa (36-39)

    • Uffatawwan lubummaa kaan (40-43)

  • 29

    • Luboota muuduu (1-37)

    • Aarsaa guyyaa guyyaadhaan dhihaatu (38-46)

  • 30

    • Iddoo aarsaa ixaanaa (1-10)

    • Galmeeffamuu fi maallaqa araaraa (11-16)

    • Miʼa sibiila diimaa bishaan dhiqannaa (17-21)

    • Makaa zayitii dibataa adda taʼe (22-33)

    • Akkaataa ixaanni qulqulluun itti qopheeffamu (34-38)

  • 31

    • Ogeeyyii harkaa hafuura Waaqayyootiin guutaman (1-11)

    • Sanbata isa Waaqayyoo fi Israaʼelota gidduutti mallattoo taʼe (12-17)

    • Gabateewwan dhagaa lamaan (18)

  • 32

    • Waaqeffannaa jabbii warqii (1-35)

      • Museen sirba adda taʼe dhagaʼe (17, 18)

      • Museen gabateewwan seerichaa caccabse (19)

      • Leewwota Yihowaadhaaf amanamoo taʼan (26-29)

  • 33

    • Waaqayyo akka adabu dubbate (1-6)

    • Dunkaana walgaʼii buufatichaa ala jiru (7-11)

    • Museen ulfina Yihowaa ilaaluuf gaafate (12-23)

  • 34

    • Gabateewwan dhagaa haaraan ni qophaaʼan (1-4)

    • Museen ulfina Yihowaa arge (5-9)

    • Kakuun ammas gad fageenyaan ibsame (10-28)

    • Fuulli Musee ni calaqqise (29-35)

  • 35

    • Qajeelfama Sanbataa (1-3)

    • Buusii godoo qulqulluutiif godhame (4-29)

    • Bezaaliʼelii fi Oholiyaab hafuuraan guutaman (30-35)

  • 36

    • Hamma barbaachisu caalaa buusiin ni godhame (1-7)

    • Ijaarsa godoo qulqulluu (8-38)

  • 37

    • Taaboticha tolchuu (1-9)

    • Minjaalicha (10-16)

    • Baattuu ibsaa (17-24)

    • Iddoo aarsaa ixaanaa (25-29)

  • 38

    • Iddoo aarsaa aarsaa gubamuu (1-7)

    • Miʼa bishaanii sibiila diimaa (8)

    • Mooraa (9-20)

    • Miʼawwan godoo qulqulluu lakkaaʼuu (21-31)

  • 39

    • Uffata lubummaa tolchuu (1)

    • Efuudicha (2-7)

    • Kiisii qomaa (8-21)

    • Qoloo (22-26)

    • Uffatawwan lubummaa kaan (27-29)

    • Warqii diriiraa (30, 31)

    • Museen godoo qulqulluu ni qore (32-43)

  • 40

    • Godoo qulqulluu dhaabuu (1-33)

    • Ulfinni Yihowaa godoo qulqulluu guute (34-38)