Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Iyyaasuu

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Yihowaan Iyyaasuu jajjabeesse (1-9)

      • Sagalee gad qabii Seericha dubbisi (8)

    • Yordaanosiin ceʼuuf qophaaʼuu (10-18)

  • 2

    • Iyyaasuun basaastota lama gara Yerikootti erge (1-3)

    • Rahaab basaastota dhoksite (4-7)

    • Waadaa Rahaabiif galame (8-21a)

      • Funyoo diimaa mallattoo taʼu (18)

    • Basaastonni gara Iyyaasuutti deebiʼan (21b-24)

  • 3

    • Israaʼel Yordaanosiin ceʼe (1-17)

  • 4

    • Dhagoota yaadannoodhaaf tajaajilan (1-24)

  • 5

    • Gilgaalitti dhaqna qabuu (1-9)

    • Faasikaan ni kabajame; mannaan buʼuu dhiise (10-12)

    • Bulchaa raayyaa Yihowaa (13-15)

  • 6

    • Dallaan Yerikoo ni jige (1-21)

    • Rahaabii fi maatiin ishii ni oolan (22-27)

  • 7

    • Israaʼel Aayitti ni moʼame (1-5)

    • Kadhannaa Iyyaasuu (6-9)

    • Cubbuu Israaʼel akka moʼamu godhe (10-15)

    • Akaan saaxilamee dhagaadhaan tumame (16-26)

  • 8

    • Iyyaasuun Aay irratti namoota riphan qopheesse (1-13)

    • Aay toʼannaa jala oolte (14-29)

    • Seerichi Gaara Eebaal irratti dubbifame (30-35)

  • 9

    • Gibeʼononni abshaala taʼan nagaa uuman (1-15)

    • Gowwoomsaan Gibeʼonotaa ni saaxilame (16-21)

    • Gibeʼononni qoraanii fi bishaan fidu (22-27)

  • 10

    • Israaʼel Gibeʼoniin oolche (1-7)

    • Yihowaan Israaʼeliif lole (8-15)

      • Cabbii guguddaa diinota irratti roobe (11)

      • Aduun bakkuma jirtu dhaabbatte (12-14)

    • Mootonni waraana banan shanan ni ajjeefaman 16-28)

    • Magaalonni kibbaa ni qabaman (29-43)

  • 11

    • Magaalonni kaabaa ni qabaman (1-15)

    • Injifannoowwan Iyyaasuun argate (16-23)

  • 12

    • Mootota baha Yordaanositti moʼaman (1-6)

    • Mootota dhiha Yordaanositti moʼaman (7-24)

  • 13

    • Biyya qabamuu qabu (1-7)

    • Lafa baha Yordaanos jiru hihiruu (8-14)

    • Dhaala Ruuben (15-23)

    • Dhaala Gaad (24-28)

    • Dhaala Minaasee isa bahaa (29-32)

    • Yihowaan dhaala Leewwotaa ti (33)

  • 14

    • Lafa dhiha Yordaanos jiru hihiruu (1-5)

    • Kaaleb Kebrooniin dhaale (6-15)

  • 15

    • Dhaala Yihudaa (1-12)

    • Intalli Kaaleb lafa argatte (13-19)

    • Magaalota Yihudaa (20-63)

  • 16

    • Dhaala sanyii Yoseef (1-4)

    • Dhaala Efreem (5-10)

  • 17

    • Dhaala Minaasee isa karaa bahaatiin jiru (1-13)

    • Lafa dabalataa sanyii Yoseefiif kenname (14-18)

  • 18

    • Lafa Shiilootti hirame isa kaan (1-10)

    • Dhaala Biiniyaam (11-28)

  • 19

    • Dhaala Simiʼoon (1-9)

    • Dhaala Zaabiloon (10-16)

    • Dhaala Yisaakor (17-23)

    • Dhaala Asheer (24-31)

    • Dhaala Niftaalem (32-39)

    • Dhaala Daan (40-48)

    • Dhaala Iyyaasuu (49-51)

  • 20

    • Magaalota itti baqatan 1-9)

  • 21

    • Magaalota Leewwotaa (1-42)

      • Kan sanyii Aaron (9-19)

      • Kan Qehaatota hafanii (20-26)

      • Kan Geershonotaa (27-33)

      • Kan Meraarotaa (34-40)

    • Waadaawwan Yihowaan gale ni raawwataman (43-45)

  • 22

    • Gosoonni gara bahaa biyya isaaniitti deebiʼan (1-8)

    • Iddoo aarsaa Yordaanos biratti ijaarame (9-12)

    • Sababa iddoon aarsaa itti ijaarame ibsan (13-29)

    • Walitti buʼiinsi furmaata argate (30-34)

  • 23

    • Yaada xumuraa Iyyaasuun geggeessitoota Israaʼelitti hime (1-16)

      • Dubbiin Yihowaa tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne (14)

  • 24

    • Iyyaasuun seenaa Israaʼel irra deebiʼee dubbate (1-13)

    • Gorsa Yihowaa akka tajaajilan kenname (14-24)

      • “Anii fi maatiin koo garuu Yihowaa tajaajilla” (15)

    • Kakuu Iyyaasuun Israaʼelii wajjin gale (25-28)

    • Iyyaasuun duʼee awwaalame (29-31)

    • Lafeen Yoseef Sheekemitti awwaalame (32)

    • Eleʼazaar duʼee awwaalame (33)