Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Abbootii Murtii

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Injifannoowwan Yihudaanii fi Simiʼoon argatan (1-20)

    • Yebuusonni Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufan (21)

    • Yoseef Beeteliin fudhate (22-26)

    • Kanaʼaanonni guutummaatti hin ariʼamne (27-36)

  • 2

    • Akeekkachiisa maleekaan Yihowaa kenne (1-5)

    • Iyyaasuun ni duʼe (6-10)

    • Abbootiin murtii Israaʼeliin oolchuuf ni kaʼan (11-23)

  • 3

    • Yihowaan Israaʼeliin qore (1-6)

    • OAbbaa murtii isa jalqabaa kan taʼe Otniʼel  (7-11)

    • Eehud inni abbaa murtii taʼe Egloon Mooticha isa furdaa taʼe ajjeese (12-30)

    • Abbaa murtii kan taʼe Shaamgaar (31)

  • 4

    • Yaabiin mootiin Kanaʼaan Israaʼeliin cunqurse (1-3)

    • Dibooraa raajittii fi Baaraaq isa abbaa murtii taʼe (4-16)

    • Yaaʼel Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼe ajjeeste (17-24)

  • 5

    • Faarfannaa injifannoo Dibooraa fi Baaraaq (1-31)

      • Urjiileen Siseeraa waraanan (20)

      • Lolaan Qiishoon ni yaaʼe (21)

      • Warri Yihowaa jaallatan akka aduu ni taʼu (31)

  • 6

    • Miidiyaan Israaʼeliin cunqurse (1-10)

    • Maleekaan tokko Giidewon gargaarsa akka argatu isaaf mirkaneesse (11-24)

    • Giidewon iddoo aarsaa Baʼaal diige (25-32)

    • Hafuurri Waaqayyoo Giidewon irra buʼe (33-35)

    • Qorumsa rifeensa hoolaa irratti godhame (36-40)

  • 7

    • Giidewonii fi namoota isaa 300n (1-8)

    • Raayyaan waraanaa Giidewon Miidiyaaniin moʼe (9-25)

      • “Goraadee Yihowaa fi kan Giidewon!” (20)

      • Namoonni buufata Miidiyaanotaa keessa jiran ni burjaajaʼan (21, 22)

  • 8

    • Efreemonni akka malee Giidewoniin ni lolan (1-3)

    • Mootota Miidiyaan duukaa buʼanii ajjeesan (4-21)

    • Giidewon mootii taʼuu dide (22-27)

    • Seenaa gabaabaa waaʼee jireenya Giidewon dubbatu (28-35)

  • 9

    • Abimelek Sheekem keessatti mootii taʼe (1-6)

    • Fakkeenya Yootaam dubbate (7-21)

    • Bulchiinsa Abimelek isa hamminaan guutame (22-33)

    • Abimelek Sheekemiin rukute (34-49)

    • Dubartiin tokko Abimelek madeessite; innis ni duʼe (50-57)

  • 10

    • Abbootii murtii kan taʼan Tolaa fi Yaaʼir (1-5)

    • Israaʼel ni fincile, achiis cubbuu isaa irraa deebiʼe (6-16)

    • Amoononni Israaʼeliin doorsisan (17, 18)

  • 11

    • Yiftaan inni abbaa murtii taʼe biyyaa ariʼame; booda immoo bulchaa godhame (1-11)

    • Yiftaan Amooniif ragaa dhiheesse (12-28)

    • Wareega Yiftaan wareegee fi intala isaa (29-40)

      • Jireenya qeenxummaa intala Yiftaa (38-40)

  • 12

    • Walitti buʼiinsa Efreemotaa wajjin uumame (1-7)

      • Qorumsa Shiiboleet (6)

    • Abbootii murtii kan taʼan Ibzaan, Eloonii fi Abdoon (8-15)

  • 13

    • Maleekaan tokko Maanoʼaa fi haadha manaa isaa bira dhaqe (1-23)

    • Saamson ni dhalate (24, 25)

  • 14

    • Abbaa murtii kan taʼe Saamson dubartii Filisxeem tokko fuudhuu barbaade (1-4)

    • Saamson gargaarsa hafuura Yihowaatiin leenca ajjeese (5-9)

    • Hibboo Saamson cidha irratti dubbate (10-19)

    • Haati manaa Saamson nama kan biraatti kennamte (20)

  • 15

    • Saamson Filisxeemota haaloo irratti baʼe (1-20)

  • 16

    • Wanta Gaazaa keessatti Saamson mudate (1-3)

    • Saamsonii fi Deliilaa (4-22)

    • Saamson haaloo baʼuu isaa fi duʼuu isaa (23-31)

  • 17

    • Waaqolii tolfamoo Miikiyaasii fi luba isaa (1-13)

  • 18

    • Daanonni biyya barbaaddatan (1-31)

      • Waaqoliin tolfamoon Miikiyaasii fi lubni isaa ni boojiʼaman (14-20)

      • Laaʼish fudhatamtee maqaa Daan jedhu moggaafamte (27-29)

      • Waaqeffannaa waaqa tolfamaa Daan keessa ture (30, 31)

  • 19

    • Cubbuu ejjaa Biiniyaamonni Gibeʼaa keessatti raawwatan (1-30)

  • 20

    • Waraana Biiniyaamotaa wajjin godhame (1-48)

  • 21

    • Gosti Biiniyaam akka oolu godhame (1-25)