Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Saamuʼel Isa Lammaffaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Daawit Saaʼol duʼuu isaa dhagaʼe (1-16)

    • Daawit Saaʼolii fi Yonaataaniif faaruu gaddaa faarfate (17-27)

  • 2

    • Daawit Yihudaa irratti mootii taʼe (1-7)

    • Ish Bosheet Israaʼel irratti mootii taʼe (8-11)

    • Waraana mana Daawitii fi mana Saaʼol gidduutti godhame (12-32)

  • 3

    • Manni Daawit jabaachaa deeme (1)

    • Ilmaan Daawit (2-5)

    • Abneer Daawitiin deggere (6-21)

    • Yoʼaab Abneeriin ajjeese (22-30)

    • Daawit Abneeriif booʼe (31-39)

  • 4

    • Ish Bosheet ni ajjeefame (1-8)

    • Daawit warra Ish Bosheetiin ajjeesan ni ajjeesise (9-12)

  • 5

    • Daawit guutummaa Israaʼel irratti mootii godhame (1-5)

    • Yerusaalem ni qabamte (6-16)

      • Xiyoon Magaalaa Daawit (7)

    • Daawit Filisxeemota ni injifate (17-25)

  • 6

    • Taaboticha gara Yerusaalemitti ni fidame (1-23)

      • UUuzaan Taaboticha ni qabe; akkasumas ni ajjeefame (6-8)

      • Miikaal Daawitiin tuffatte (16, 20-23)

  • 7

    • Daawit mana qulqullummaa hin ijaaru (1-7)

    • Kakuu mootummaa Daawitii wajjin galame (8-17)

    • Daawit kadhannaa galataa dhiheesse (18-29)

  • 8

    • Injifannoowwan Daawit argate (1-14)

    • Bulchiinsa Daawit (15-18)

  • 9

    • Jaalala amanamaa Daawit Mefibosheetitti argisiise (1-13)

  • 10

    • Injifannoo Amoonii fi Sooriyaa irratti argame (1-19)

  • 11

    • Ejja Daawit Baat Sheebaa wajjin raawwate (1-13)

    • Daawit Uuriyaa ajjeesisuuf haala mijeesse (14-25)

    • Daawit Baat Sheebaa fuudhe (26, 27)

  • 12

    • Naataan balleessaa Daawit raawwate isa hubachiise (1-15a)

    • Ilmi Baat Sheebaa ni duʼe (15b-23)

    • Baat Sheebaan Solomooniin deesse (24, 25)

    • Raabaan magaalaan Amoonotaa ni qabamte (26-31)

  • 13

    • Amnoon Taamaariin gudeede (1-22)

    • Abishaalom Amnooniin ajjeese (23-33)

    • Abishaalom gara Geeshuritti baqate (34-39)

  • 14

    • Yoʼaabii fi dubartii Teqoohaa (1-17)

    • Daawit dubartii Teqoohaa sana kan erge Yoʼaab taʼuu isaa beeke (18-20)

    • Abishaalom akka deebiʼu ni heyyamameef (21-33)

  • 15

    • Dabaa fi fincila Abishaalom (1-12)

    • Daawit Yerusaalemii baqate (13-30)

    • Ahitoofel Abishaalomiin deggere (31)

    • Hushaay gorsa Ahitoofel akka fashaleessu ergame (32-37)

  • 16

    • Ziiban maqaa Mefibosheet balleesse (1-4)

    • Shimeʼiin Daawitiin abaare (5-14)

    • Abishaalom Hushaayiin simate (15-19)

    • Gorsa Ahitoofel kenne (20-23)

  • 17

    • Hushaay gorsaa Ahitoofel kenne fashaleesse (1-14)

    • Daawit akeekkachiisni ni kennameef; Abishaalom jalaa ni baqate (15-29)

      • Baarzilaayii fi namoonni kan biroon mootichaaf nyaata fidan (27-29)

  • 18

    • Abishaalom ni moʼame, ni duʼes (1-18)

    • Daawit Abishaalom duʼuu isaa dhagaʼe (19-33)

  • 19

    • Daawit Abishaalomiif booʼe (1-4)

    • Yoʼaab Daawititti dheekkame (5-8a)

    • Daawit Yerusaalemitti deebiʼe (8b-15)

    • Shimeʼiin dhiifama gaafate (16-23)

    • Mefibosheet balleessaa akka hin qabne mirkanaaʼe (24-30)

    • Baarzilaay ulfinni ni kennameef (31-40)

    • Falmii gosoota gidduutti kaʼe (41-43)

  • 20

    • Sheebaan fincila kaase; Yoʼaab Amaasaa ajjeese (1-13)

    • Sheebaa duukaa buʼan, mataan isaas irraa kutan (14-22)

    • Bulchiinsa Daawit (23-26)

  • 21

    • Gibeʼononni mana Saaʼol irratti haaloo baʼan (1-14)

    • Waraana Filisxeemotaa wajjin godhame (15-22)

  • 22

    • Daawit gocha fayyinaa isaatiif Waaqa jajate (1-51)

      • “Yihowaan kattaa koo” ti (2)

      • JYihowaan namoota amanamoo taʼaniif amanamaa dha (26)

  • 23

    • Dubbii Daawit dhuma irratti dubbate (1-7)

    • Gochawwan gootummaa loltoonni Daawit warri jajjaboon raawwatan (8-39)

  • 24

    • Cubbuu Daawit uummaticha lakkaaʼuudhaan raawwate (1-14)

    • Dhaʼichi namoota 70,000 ajjeese (15-17)

    • Daawit iddoo aarsaa ijaare (18-25)

      • Wantan gatii itti hin baasne aarsaa godhee hin dhiheessu (24)