Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Moototaa Isa Tokkoffaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Daawitii fi Abishaag (1-4)

    • Adoniyaan teessoo fudhachuuf yaale (5-10)

    • Naataanii fi Baat Sheebaan tarkaanfii fudhatan (11-27)

    • Daawit Solomoon akka dibamu ajaje (28-40)

    • Adoniyaan gara iddoo aarsaatti baqate (41-53)

  • 2

    • Daawit Solomooniif qajeelfama kenne (1-9)

    • Daawit ni duʼe; Solomoon mootii taʼe (10-12)

    • Fincilli Adoniyaa duʼaaf isa saaxile (13-25)

    • Abiyaataar ni ariʼame; Yoʼaab ni ajjeefame (26-35)

    • Shimeʼiin ni ajjeefame (36-46)

  • 3

    • Solomoon intala Faraʼoon fuudhe (1-3)

    • Yihowaan abjuudhaan Solomoonitti mulʼate (4-15)

      • Solomoon ogummaa argachuuf kadhate (7-9)

    • Solomoon haadholii lamaaf murtii kenne (16-28)

  • 4

    • Bulchiinsa Solomoon (1-19)

    • Badhaadhina bara bulchiinsa Solomoonitti ture (20-28)

      • Muka wayinii fi muka harbuu jalatti tasgabbiidhaan jiraachuu (25)

    • Ogummaa Solomoonii fi fakkeenyota inni dubbate (29-34)

  • 5

    • Hiiraam Mootichi miʼawwan ijaarsaa dhiheesse (1-12)

    • Solomoon warra hojii dirqamaa hojjetan filate (13-18)

  • 6

    • Solomoon mana qulqullummaa ijaare (1-38)

      • Kutaa isa gara keessaa (19-22)

      • Kiruubelota (23-28)

      • Fakkiiwwan bocaman, balbaloota, mooraa isa keessaa (29-36)

      • Ijaarsi mana qulqullummaa gara waggaa torbaatti xumurame (37, 38)

  • 7

    • Mana mootummaa Solomoon (1-12)

    • Hiiraam inni dandeettii guddaa qabu Solomooniin gargaare (13-47)

      • Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-22)

      • Galaana sibiila baqfame irraa tolfame (23-26)

      • Gaariiwwanii fi miʼawwan bishaanii sibiila diimaa kurnan (27-39)

    • Miʼawwan warqii irraa tolfaman (48-51)

  • 8

    • Taabotichi mana qulqullummaa keessa kaaʼame (1-13)

    • Solomoon uummatichaaf haasaa dhiheesse (14-21)

    • Kadhannaa Solomoon yeroo manni qulqullummaa murteeffametti dhiheesse (22-53)

    • Solomoon uummaticha eebbise (54-61)

    • Aarsaawwan ni dhihaatan, manni qulqullummaan ni murteefame (62-66)

  • 9

    • Yihowaan yeroo lammaffaadhaaf Solomoonitti mulʼate (1-9)

    • Kennaa Solomoon Hiiraamiif kenne (10-14)

    • Solomoon wantoota garaa garaa ijaare (15-28)

  • 10

    • Mootuun Sheebaa gara Solomoon dhaqxe (1-13)

    • Qabeenya guddaa Solomoon qabu (14-29)

  • 11

    • Haadhotiin manaa Solomoon garaa isaa jalʼisan (1-13)

    • Mormitoota Solomoon (14-25)

    • Yeroboʼaam gosoonni kudhan akka isaaf kennaman waadaan ni galameef (26-40)

    • Solomoon ni duʼe; Rooboʼaam mootii taʼe (41-43)

  • 12

    • Rooboʼaam deebii gaarii hin taane kenne (1-15)

    • Gosoonni kurnan fincila kaasan (16-19)

    • Yeroboʼaam mootii Israaʼel taʼe (20)

    • Rooboʼaam Israaʼeliin akka hin waraanne dhowwame (21-24)

    • Waaqeffannaa jabbii Yeroboʼaam hundeesse (25-33)

  • 13

    • Raajii iddoo aarsaa Beetelitti argamu irratti dubbatame (1-10)

      • Iddoon aarsaa ni baqaqe (5)

    • Namni Waaqaa tokko ajajamuu dide (11-34)

  • 14

    • Raajii Ahiyaan Yeroboʼaam irratti dubbate (1-20)

    • Rooboʼaam Yihudaa irratti mootii taʼe (21-31)

      • Weerara Shishaaq raawwate (25, 26)

  • 15

    • Mootii Yihudaa kan taʼe Abiyaam (1-8)

    • Mootii Yihudaa kan taʼe Aasaa (9-24)

    • Mootii Israaʼel kan taʼe Naadaab (25-32)

    • Mootii Israaʼel kan taʼe Baʼaashaa (33, 34)

  • 16

    • Murtii Yihowaan Baʼaashaa irratti dabarse (1-7)

    • Mootii Israaʼel kan taʼe Eelaa (8-14)

    • Mootii Israaʼel kan taʼe Zimrii (15-20)

    • Mootii Israaʼel kan taʼe Omrii (21-28)

    • Mootii Israaʼel kan taʼe Ahaab (29-33)

    • Hiʼeel Yerikoo deebisee ijaare (34)

  • 17

    • Eeliyaas raajichi ongeen akka dhufu raajii dubbate (1)

    • Arraagessonni Eeliyaasiin sooran (2-7)

    • Eeliyaas gara dubartii Saraaptaa abbaan manaa irraa duʼe tokkoo dhaqe (8-16)

    • Ilmi dubartii abbaa manaa irraa duʼee ni duʼe; duʼaas ni kaafame (17-24)

  • 18

    • Eeliyaas Obaadiyaa fi Ahaabii wajjin wal arge (1-18)

    • Eeliyaas Qarmeelositti raajota Baʼaalii wajjin wal morke (19-40)

      • ‘Yaada lamaan okkoluu’ (21)

    • Ongeen waggaa sadii fi walakkaadhaaf ture ni dhaabbate (41-46)

  • 19

    • Eeliyaas Iizaabel jalaa baqate (1-8)

    • Yihowaan Horeebitti Eeliyaasitti mulʼate (9-14)

    • Eeliyaas, Hazaaʼeliin, Yehuu fi Eelsaaʼiin akka dibu itti himame (15-18)

    • Eelsaaʼi Eeliyaasiin akka bakka buʼu muudame (19-21)

  • 20

    • Warri Sooriyaa Ahaab irratti waraana banan (1-12)

    • Ahaab warra Sooriyaa ni moʼe (13-34)

    • Raajii Ahaab irratti dubbatame (35-43)

  • 21

    • Ahaab maasii wayinii Naabot fudhachuu hawwe (1-4)

    • Iizaabel Naabot akka ajjeefamu haala mijeessite (5-16)

    • Ergaa murtii Eeliyaas Ahaab irratti dubbate (17-26)

    • Ahaab gad of qabe (27-29)

  • 22

    • Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-12)

    • Mikaayaan akka moʼaman raajii dubbate (13-28)

      • Hafuurri dogoggorsu tokko Ahaabiin akka gowwoomsu dubbate (21, 22)

    • Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefame (29-40)

    • Yoshaafaax mootii Yihudaa taʼe (41-50)

    • Mootii Israaʼel kan taʼe Akaaziyaa (51-53)