Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Seenaa Baraa Isa Lammaffaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Solomoon ogummaa argachuuf kadhate (1-12)

    • Qabeenya Solomoon (13-17)

  • 2

    • Qophii mana qulqullummaa ijaaruuf godhame (1-18)

  • 3

    • Solomoon mana qulqullummaa ijaaruu jalqabe (1-7)

    • Kutaa Hundumaa Caalaa Qulqulluu (8-14)

    • Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-17)

  • 4

    • Iddoo aarsaa, Galaanichaa fi miʼawwan bishaanii (1-6)

    • Baattuuwwan ibsaa, minjaalotaa fi mooraawwan (7-11a)

    • Miʼawwan mana qulqullummaa hojjetamanii xumuraman (11b-22)

  • 5

    • Qophii eebba mana qulqullummaatiif godhame (1-14)

      • Taabotichi gara mana qulqullummaatti geeffame (2-10)

  • 6

    • Solomoon sabichaaf haasaa dhiheesse (1-11)

    • Kadhannaa Solomoon eebba mana qulqullummaa irratti dhiheesse (12-42)

  • 7

    • Manni qulqullummaa ulfina Yihowaatiin guutame (1-3)

    • Sirnawwan eebba mana qulqullummaa irratti raawwataman (4-10)

    • Yihowaan Solomoonitti mulʼate (11-22)

  • 8

    • Hojiiwwan ijaarsaa Solomoon raawwate warra kaan (1-11)

    • Waaqeffannaan mana qulqullummaatti raawwatamu ni gurmaaʼe (12-16)

    • Dooniiwwan Solomoon (17, 18)

  • 9

    • Mootuun Sheebaa gara Solomoon dhufte (1-12)

    • Qabeenya Solomoon (13-28)

    • Solomoon ni duʼe (29-31)

  • 10

    • Israaʼel Rooboʼaam irratti fincila kaase (1-19)

  • 11

    • Bulchiinsa Rooboʼaam (1-12)

    • Leewwonni amanamoon gara Yihudaa dhaqan (13-17)

    • Maatii Rooboʼaam (18-23)

  • 12

    • Shishaaq Yerusaalem irratti duule (1-12)

    • Dhuma bulchiinsa Rooboʼaam (13-16)

  • 13

    • Abiyaa mootii Yihudaa (1-22)

      • Abiyaan Yeroboʼaamiin moʼe (3-20)

  • 14

    • Abiyaan ni duʼe (1)

    • Aasaa mootii Yihudaa (2-8)

    • Aasaan namoota Itoophiyaa 1,000,000 ni moʼe (9-15)

  • 15

    • Haareffama Aasaan raawwate (1-19)

  • 16

    • Aasaan Sooriyaa wajjin walii galtee godhe (1-6)

    • Hanaaniin Aasaa ifate (7-10)

    • Aasaan ni duʼe (11-14)

  • 17

    • Yoshaafaax mootii Yihudaa (1-6)

    • Duula barsiisuuf godhame (7-9)

    • Humna waraanaa Yoshaafaax (10-19)

  • 18

    • Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-11)

    • Mikaayaan akka injifataman raajii dubbate (12-27)

    • Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefamuu isaa (28-34)

  • 19

    • Yehuun Yoshaafaaxiin ifate (1-3)

    • Haareffama Yoshaafaax raawwate (4-11)

  • 20

    • Saboonni naannoo ishii Yihudaa doorsisan (1-4)

    • Yoshaafaax gargaarsa argachuuf kadhate (5-13)

    • Deebii Yihowaan kenne (14-19)

    • Yihudaan dinqiidhaan oole (20-30)

    • Dhuma bulchiinsa Yoshaafaax (31-37)

  • 21

    • Yooraam Mootii Yihudaa (1-11)

    • Ergaa barreeffamaa Eeliyaas biraa ergame (12-15)

    • Yooraam dhumni isaa gaarii hin taane (16-20)

  • 22

    • Mootii Yihudaa kan taʼe Akaaziyaa (1-9)

    • Ataaliyaan humnaan teessoo mootii fudhatte (10-12)

  • 23

    • Yehoyaadaan ija jabinaan tarkaanfii fudhate; Yoʼaas mootii taʼe (1-11)

    • Ataaliyaan ni ajjeefamte (12-15)

    • Haareffama Yehoyaadaan raawwate (16-21)

  • 24

    • Bulchiinsa Yoʼaas (1-3)

    • Yoʼaas mana qulqullummaa haaresse (4-14)

    • Yoʼaas gantuu taʼe (15-22)

    • Yoʼaas ni ajjeefame (23-27)

  • 25

    • Amaaziyaa mootii Yihudaa (1-4)

    • Waraana Edoomii wajjin godhame (5-13)

    • Amaaziyaan waaqolii tolfamoo waaqeffate (14-16)

    • Waraana Yoʼaas mootii Israaʼelii wajjin godhame (17-24)

    • Amaaziyaan ni duʼe (25-28)

  • 26

    • Ooziyaa mootii Yihudaa (1-5)

    • Humna waraanaa Ooziyaa (6-15)

    • Ooziyaan inni of tuultuu taʼe dhukkuba nadaayiitiin qabame (16-21)

    • Ooziyaan ni duʼe (22, 23)

  • 27

    • Yootaam mootii Yihudaa (1-9)

  • 28

    • Akaaz mootii Yihudaa (1-4)

    • Akaaz Sooriyaa fi Israaʼeliin moʼame (5-8)

    • Odeed Israaʼeliin akeekkachiise (9-15)

    • Yihudaan ni salphifamte (16-19)

    • Akaaz waaqolii tolfamoo waaqeffate, ni duʼes (20-27)

  • 29

    • Hisqiyaas mootii Yihudaa (1, 2)

    • Haareffama Hisqiyaas raawwate (3-11)

    • Manni qulqullummaa ni qulqulleeffame (12-19)

    • Tajaajilli mana qulqullummaa deebiʼee jalqabe (20-36)

  • 30

    • Hisqiyaas Faasikaa kabaje (1-27)

  • 31

    • Hisqiyaas gantummaa balleesse (1)

    • Luboonnii fi Leewwonni sirriitti deggersa argatan (2-21)

  • 32

    • Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (1-8)

    • Senaaheriib Yihowaa morme (9-19)

    • Maleekaan tokko raayyaa waraanaa Asoor rukute (20-23)

    • Hisqiyaas ni dhukkubsate, of tuule (24-26)

    • Hisqiyaas milkaaʼina argate, ni duʼes (27-33)

  • 33

    • Minaasee mootii Yihudaa (1-9)

    • Minaaseen wanta hamaa raawwatu irraa yaada geddarate (10-17)

    • Minaaseen ni duʼe (18-20)

    • Amoon mootii Yihudaa (21-25)

  • 34

    • Yosiyaas mootii Yihudaa (1, 2)

    • Haareffama Yosiyaas raawwate (3-13)

    • Kitaabni Seerichaa ni argame (14-21)

    • Huldaan badiisni akka dhufu raajii dubbatte (22-28)

    • Yosiyaas kitaabicha sabichaaf ni dubbise (29-33)

  • 35

    • Yosiyaas Faasikaa guddaa qopheesse (1-19)

    • Faraʼoon Nekoon Yosiyaasiin ajjeese (20-27)

  • 36

    • Yehoʼahaaz mootii Yihudaa (1-3)

    • Yehoyaaqiim mootii Yihudaa (4-8)

    • Yehoyaakiin mootii Yihudaa (9, 10)

    • Zedeeqiyaa mootii Yihudaa (11-14)

    • Badiisa Yerusaalem (15-21)

    • Labsii Qiiros manni qulqullummaa deebiʼee akka ijaaramuuf baase (22, 23)