Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Izraa

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Labsii Qiiros Mootichi manni qulqullummaa deebisee akka ijaaramuuf baase (1-4)

    • Qophii warri boojiʼamanii turan Baabilonii deebiʼuuf godhan (5-11)

  • 2

    • Galmee warra boojuudhaa deebiʼanii (1-67)

      • Tajaajiltoota mana qulqullummaa (43-54)

      • Ilmaan tajaajiltoota Solomoon (55-57)

    • Kennaawwan mana qulqullummaatiif fedhiidhaan kennaman (68-70)

  • 3

    • Iddoon aarsaa deebiʼee ni ijaarame; aarsaawwanis ni dhihaatan (1-6)

    • Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu ni jalqabame (7- 9)

    • Buʼuurri mana qulqullummaa ni kaaʼame (10-13)

  • 4

    • Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu mormiin irra gaʼe (1-6)

    • Diinonni mormii isaanii Arxeksis Mootichatti ergatan (7-16)

    • Deebii Arxeksis (17-22)

    • Ijaarsi mana qulqullummaa ni dhaabbate (23, 24)

  • 5

    • Yihudoonni mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu jalqaban (1-5)

    • Xalayaa Taatenaay Daariyos Mootichatti erge (6-17)

  • 6

    • Qorannaa Daariyos godhee fi labsii inni baase (1-12)

    • Manni qulqullummaa xumuramee eebbifame (13-18)

    • Faasikaan ni kabajame (19-22)

  • 7

    • Izraan gara Yerusaalem dhufe (1-10)

    • Xalayaa Arxeksis gara Izraatti erge (11-26)

    • Izraan Yihowaa jajate (27, 28)

  • 8

    • Galmee maqaa namoota Izraa wajjin deebiʼanii (1-14)

    • Qophii adeemsaaf godhame (15-30)

    • Baabilonii baʼuu fi Yerusaalem gaʼuu (31-36)

  • 9

    • Israaʼel keessatti gaaʼelaan wal makuu (1-4)

    • Kadhannaa Izraan cubbuu himachuuf dhiheesse (5-15)

  • 10

    • Haadhotii manaa biyya ormaa geggeessuuf kakuu galame (1-14)

    • Haadhotiin manaa biyya ormaa ni geggeeffaman (15-44)