Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Faarfannaa

Boqonnaawwan

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Daandiiwwan faallaa taʼan lama

      • Gammachuu seera Waaqayyoo dubbisuudhaan argamu (2)

      • Qajeelonni akkuma muka firii godhatuu ti (3)

      • Hamoonni akkuma habaqii bubbeen fudhatee deemuu ti (4)

  • 2

    • Yihowaa fi isa inni dibe

      • Yihowaan sabootatti ni kolfa (4)

      • Yihowaan mootii isaa muudeera (6)

      • Ilma isaatiif ulfina kennaa (12)

  • 3

    • Rakkinni jiraatus Waaqatti amanamuu

      • ‘Diinonni akkanatti hedduu kan taʼan maaliifi?’ (1)

      • “Fayyisuun kan Yihowaa ti” (8)

  • 4

    • Kadhannaa Waaqa amanachuu ilaalchisee dhihaate

      • “Dheekkamaa, garuu cubbuu hin hojjetinaa” (4)

      • ‘Nagaadhaan nan rafa’ (8)

  • 5

    • Yihowaa isa namni qajeelaan kooluu itti galu

      • Waaqni hammina ni jibba (4, 5)

      • “Qajeelummaa keetiin na geggeessi” (8)

  • 6

    • Kadhannaa gaarummaa Waaqaa argachuuf dhihaate

      • Warri duʼan Waaqa hin jajatan (5)

      • Waaqni kadhannaa gaarummaa isaa argachuuf dhihaate ni dhagaʼa (9)

  • 7

    • Yihowaan Abbaa Murtii qajeelaa dha

      • ‘Yaa Yihowaa, murtii naaf kenni’ (8)

  • 8

    • Ulfina Waaqa fi ulfina namaa

      • “Maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha!” (1, 9)

      • ‘Namni duʼu gatii maalii qaba?’ (4)

      • Namni simboo gonfateera (5)

  • 9

    • Hojiiwwan Waaqaa warra dinqisiisoo labsuu

      • Yihowaan iddoo amansiisaa kooluu itti galani dha (9)

      • Warri maqaa Waaqaa beekan isatti amanamu (10)

  • 10

    • Yihowaan nama gargaarsa hin qabne ni gargaara

      • Namni hamaan, “Waaqayyo hin jiru” jedhee of tuula (4)

      • Namni gargaarsa hin qabne gara Yihowaatti garagala (14)

      • “Yihowaan baraa hamma bara baraatti Mootii dha” (16)

  • 11

    • Yihowaatti kooluu galuu

      • “Yihowaan mana qulqullummaa isaa isa qulqulluu keessa jira” (4)

      • Waaqni isa hammina jaallatu kam iyyuu ni jibba (5)

  • 12

    • Yihowaan tarkaanfii fudhachuuf ni kaʼa

      • Dubbiin Waaqayyoo qulqulluu dha (6)

  • 13

    • Fayyina Yihowaan fidu hawwuu

      • “Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti?” (1, 2)

      • Yihowaan guddisee nama kiisa (6)

  • 14

    • Wanta namni gowwaan ittiin beekamu

      • “Yihowaan hin jiru” (1)

      • “Wanta gaarii kan hojjetu hin jiru” (3)

  • 15

    • Dunkaana Yihowaa keessatti kan simatamu eenyu?

      • Garaa isaatti dhugaa dubbata (2)

      • Maqaa namaa hin balleessu (3)

      • Kan isa miidhu yoo taʼe illee waadaa gale ni eega (4)

  • 16

    • Yihowaan Madda gaarummaa ti

      • ‘Yihowaan gaʼee koo ti’ (5)

      • ‘Halkan yaanni koo na sirreessa’ (7)

      • ‘Yihowaan mirga koo jira’ (8)

      • “Awwaala keessatti na hin dhiistu” (10)

  • 17

    • Kadhannaa eegumsa argachuuf dhihaate

      • “Ati garaa koo ni qorte” (3)

      • “Gaaddisa qoochoo keetii jalatti” (8)

  • 18

    • Fayyinaaf Waaqa jajachuu

      • ‘Yihowaan kattaa koo ti’ (2)

      • Yihowaan namoota amanamoodhaaf amanamaa dha (25)

      • Daandiin Waaqaa mudaa hin qabu (30)

      • ‘Gad of qabuun kee guddaa na godha’ (35)

  • 19

    • Uumamnii fi seerri Waaqayyoo ragaa ni baʼu

      • “Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni labsu” (1)

      • Seerri Waaqaa inni mudaa hin qabne humna haaressa (7)

      • “Cubbuu ani hin hubanne” (12)

  • 20

    • Mootii Waaqni dibeef fayyinni haa taʼu

      • Tokko tokko gaarii fardaa fi fardeenitti amanamu, ‘nuti garuu maqaa Yihowaa waammanna’ (7)

  • 21

    • Eebba mootiin Yihowaatti amanamu argatu

      • Mootichaaf umurii dheeraan ni kenname (4)

      • Diinonni Waaqaa ni moʼamu (8-12)

  • 22

    • Abdii kutachuu irraa gara jajannaatti

      • “Yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?” (1)

      • ‘Huccuu koo irratti carraa buufatan’ (18)

      • Gumii keessatti Waaqa jajachuu (22, 25)

      • Guutummaan lafaa Waaqa waaqeffata (27)

  • 23

    • “Yihowaan tiksee koo ti”

      • “Homtuu natti hin hirʼatu” (1)

      • “Inni na haaromsa” (3)

      • “Xoofoon koo guutee irraa dhangalaʼa” (5)

  • 24

    • Mootiin ulfina qabeessi karrichatti ol seena

      • ‘Lafti kan Yihowaa ti’ (1)

  • 25

    • Kadhannaa qajeelfamaa fi dhiifama argachuuf dhihaate

      • “Daandii kee na barsiisi” (4)

      • ‘Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabaachuu’ (14)

      • ‘Cubbuu koo hundumaa naaf dhiisi’ (18)

  • 26

    • Amanamummaadhaan deddeebiʼuu

      • “Yaa Yihowaa, na sakattaʼi” (2)

      • Michoota hamoo irraa fagaachuu (4, 5)

      • ‘Iddoo aarsaa Waaqaatti nan naannaʼa’ (6)

  • 27

    • Yihowaan dahoo lubbuu kootii ti

      • Mana qulqullummaa Waaqaa dinqisiifachuu (4)

      • Warri keenya yoo nu dhiisan illee Yihowaan nuuf yaada (10)

      • “Yihowaa abdadhu” (14)

  • 28

    • Kadhannaan faarfatichaa deebii argate

      • “Yihowaan jabina koo fi gaachana koo ti” (7)

  • 29

    • Sagalee Yihowaa isa guddaa

      • Uffata qulqullummaadhaan waaqeffadhaa (2)

      • “Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa” (3)

      • Yihowaan saba isaa ni jabeessa (11)

  • 30

    • Gaddi gara gammachuutti jijjiirame

      • Gaarummaan Waaqaa umurii guutuu tura (5)

  • 31

    • Yihowaatti kooluu galuu

      • “Hafuura koo imaanaadhaan harka keetti nan kennadha” (5)

      • “Waaqa dhugaa kan taate yaa Yihowaa” (5)

      • Gaarummaa Waaqaa isa baayʼee taʼe (19)

  • 32

    • Warri cubbuun isaanii dhiifameef gammadoo dha

      • “Cubbuu koo sitti nan himadhe” (5)

      • Waaqayyo hubannaa siif kenna (8)

  • 33

    • Uumaa jajachuu

      • “Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa” (3)

      • Uumamawwan dubbii fi hafuura Yihowaatiin uumaman (6)

      • Sabni Yihowaa gammadaa dha (12)

      • Ijji Yihowaa ni ilaala (18)

  • 34

    • Yihowaan tajaajiltoota isaa ni oolcha

      • “Maqaa isaa waliin ol haa qabnu” (3)

      • Maleekaan Yihowaa eegumsa godha (7)

      • “Yihowaan gaarii taʼuu isaa dhandhamaa ilaalaa” (8)

      • ‘Lafee isaa keessaa tokko illee hin cabne’ (20)

  • 35

    • Kadhannaa diinota irraa ooluuf dhihaate

      • Diinonni ni ariʼamu (5)

      • Namoota hedduu gidduutti Waaqa jajachuu (18)

      • Sababa malee jibbamuu (19)

  • 36

    • Jaalala Waaqaa isa gatii guddaa qabu

      • Namni hamaan Waaqa hin sodaatu (1)

      • Waaqni madda jireenyaa ti (9)

      • “Ifa keetiin ifa arguu dandeenya” (9)

  • 37

    • Warri Yihowaatti amanaman ni dagaagu

      • Namoota hamootti hin aarin (1)

      • “Yihowaatti baayʼee gammadi” (4)

      • “Daandii kee Yihowaatti kennadhu” (5)

      • ‘Garraamonni lafa ni dhaalu’ (11)

      • Namni qajeelaan nyaata hin dhabu (25)

      • Qajeelonni bara baraaf lafa irra jiraatu (29)

  • 38

    • Kadhannaa namni rakkina keessa jiruu fi yaada geddarate dhiheesse

      • “Dhiphadheera, akka malees gaddeera” (6)

      • Yihowaan warra isa eeggatan ni dhagaʼa (15)

      • “Cubbuu kootiin kan kaʼe rakkina irra buʼeen ture” (18)

  • 39

    • Jireenyi gabaabaa dha

      • Namni hafuuruma dha (5, 11)

      • “Imimmaan koo callistee hin ilaalin” (12)

  • 40

    • Waaqa gita hin qabne galateeffachuu

      • Gochi Waaqaa lakkaaʼamee hin dhumu (5)

      • Waaqni iddoo hundumaa caalu kan kennu aarsaadhaaf miti (6)

      • “Fedhii kee raawwachuun na gammachiisa” (8)

  • 41

    • Kadhannaa namni dhukkubsatee ciise dhiheesse

      • Yihowaan nama dhukkubsate ni kunuunsa (3)

      • Michuudhaan ganamuu (9)

  • 42

    • Waaqa isa Fayyisaa Guddaa taʼe jajachuu

      • Akkuma gadamsi bishaan dheebottu Waaqa dheebochuu (1, 2)

      • “Abdii kanan kutadhu maaliifi?” (5, 11)

      • “Waaqayyoon nan eeggadha” (5, 11)

  • 43

    • Waaqni inni Abbaa Murtii taʼe ni oolcha

      • “Ifa kee fi dhugaa kee ergi” (3)

      • “Abdii kanan kutadhu maaliifi?” (5)

      • “Waaqayyoon nan eeggadha” (5)

  • 44

    • Kadhannaa gargaarsaaf dhihaate

      • “Kan nu oolche siʼi” (7)

      • “Akka hoolota qalamaniitti” (22)

      • “Gargaaraa keenya taʼii kaʼi!” (26)

  • 45

    • Cidha mootii dibamee

      • Dubbiin isaa gaarummaa qaba (2)

      • “Waaqayyo baraa hamma bara baraatti aangoo mootii siif ni kenna” (6)

      • Miidhaginni misirrittii mooticha hawwateera (11)

      • Ilmaan guutummaa lafaa irratti bulchitoota taʼanii muudaman (16)

  • 46

    • ‘Waaqayyo iddoo kooluu itti gallu dha’

      • Gochawwan Waaqaa warra dinqisiisoo (8)

      • Waaqni guutummaa lafaa irraa waraana ni balleessa (9)

  • 47

    • Waaqni guutummaa lafaa irratti Mootii dha

      • ‘Yihowaan sodaachisaa dha’ (2)

      • Waaqaaf faarfannaa galataa faarfadhaa (6, 7)

  • 48

    • Xiyoon magaalaa Mootii isa Guddaa

      • Gammachuu guutummaa lafaa (2)

      • Magaalattii fi masaraawwan ishii qoraa (11-13)

  • 49

    • Qabeenyatti amanamuun gowwummaa dha

      • Namni nama kan biraa furuu hin dandaʼu (7, 8)

      • Waaqni Awwaala keessaa ni fura (15)

      • Qabeenyi duʼa irraa nama oolchuu hin dandaʼu (16, 17)

  • 50

    • Waaqni isa amanamaa fi isa hamaa gidduutti murtii ni kenna

      • Aarsaadhaan Waaqaa wajjin kakuu galuu (5)

      • “Waaqayyo Abbaa Murtii” ti (6)

      • Horiin hundi kan Waaqaa ti (10, 11)

      • Waaqni hamoota ni saaxila (16-21)

  • 51

    • Kadhannaa nama yaada garaa geddaratee

      • Gadameessa haadhaa irraa jalqabee cubbamaa taʼuu (5)

      • “Cubbuu koo irraa na qulqulleessi” (7)

      • “Garaa qulqulluu na keessatti uumi” (10)

      • Garaan cabe Waaqa gammachiisa (17)

  • 52

    • Jaalala Waaqaa isa amanamaa taʼetti amanamuu

      • Akeekkachiisa warra hamminaan of jajaniif kenname (1-5)

      • Warri Waaqa hin beekne qabeenyatti amanamu (7)

  • 53

    • Wanta gowwoonni ittiin beekaman

      • “Yihowaan hin jiru” (1)

      • “Wanta gaarii kan hojjetu hin jiru” (3)

  • 54

    • Kadhannaa yeroo diinota giddu turetti gargaarsa argachuuf dhiheesse

      • “Waaqayyo gargaaraa koo ti” (4)

  • 55

    • Kadhannaa yommuu michuun isaa isa ganetti dhiheesse

      • Michuun isaa itti qoose (12-14)

      • “Baʼaa kee Yihowaa irratti gati” (22)

  • 56

    • Kadhannaa yeroo ariʼatamaatti dhihaate

      • “Waaqayyotti nan amanama” (4)

      • “Imimmaan koo qalqalloo kee keessatti walitti qabi” (8)

      • “Namni maal na gochuu dandaʼa?” (4, 11)

  • 57

    • Kadhannaa gaarummaa Waaqaa argachuuf dhihaate

      • Qoochoo Waaqaa jalatti kooluu galuu (1)

      • Diinonni kiyyoo ofiitiin qabaman (6)

  • 58

    • Waaqni lafa irratti murtii ni kenna

      • Kadhannaa hamoonni akka adabaman dhihaate (6-8)

  • 59

    • Waaqni gaachanaa fi dahoo dha

      • ‘Gantootatti gara laafina hin argisiisin’ (5)

      • “Waaʼee jabina keetii nan faarfadha” (16)

  • 60

    • Waaqni diinota ni moʼa

      • Fayyinni namootaan argamu gatii hin qabu (11)

      • “Waaqayyo humna nuuf kenna” (12)

  • 61

    • Waaqni masaraa cimaa diina irraa eegu dha

      • ‘Dunkaana kee keessa keessummummaadhaan nan jiraadha’ (4)

  • 62

    • Fayyinni dhugaan Waaqa biraa argama

      • “Ani calluma jedhee Waaqayyoon nan eeggadha” (1, 5)

      • “Garaa keessan isaaf banaa” (8)

      • Namoonni qilleensa qofa dha (9)

      • Qabeenyatti hin amanaminaa (10)

  • 63

    • Waaqayyoon hawwuu

      • “‘Jaalalli kee inni amanamaan jireenya irra wayya’ (3)

      • ‘Gaʼee hunda caaluun quufuu’ (5)

      • Halkan waaʼee Waaqaa xiinxaluu (6)

      • ‘Waaqatti nan maxxana’ (8)

  • 64

    • Haleellaa dhokataa taʼe irraa eegumsa argachuu

      • ‘Waaqayyo isaanitti futtaasa’ (7)

  • 65

    • Waaqni lafa ni kunuunsa

      • ‘Isa kadhannaa namaa dhagaʼu’ (2)

      • ‘Namni ati filatte gammadaa dha’ (4)

      • Gaarummaa Waaqaa isa hedduu (11)

  • 66

    • Hojiiwwan Waaqayyoo warra dinqisiisoo taʼan

      • “Kottaatii hojiiwwan Waaqayyoo ilaalaa” (5)

      • ‘Wareegawwan koo siif nan raawwadha’ (13)

      • Waaqni kadhannaa ni dhagaʼa (18-20)

  • 67

    • Guutummaan andaara lafaa Waaqa ni sodaata

      • Daandiin Waaqaa ni beekama (2)

      • ‘Namoonni hundi Waaqa haa jajatan’ (3, 5)

      • “Waaqayyo nu eebbisa” (6, 7)

  • 68

    • ‘Diinonni Waaqaa haa bittinnaaʼan’

      • “Ijoollee abbaa hin qabneef abbaa dha” (5)

      • Waaqayyo warra koʼeeyyii taʼaniif mana ni kenna (6)

      • Dubartoota misiraachicha labsan (11)

      • Dhiirota kennaa taʼan (18)

      • ‘‘Yihowaan guyyaa guyyaadhaan baʼaa keenya nuuf baata’ (19)

  • 69

    • Kadhannaa lubbuudhaan ooluuf dhihaate

      • “Hinaaffaan ani mana keetiif qabu na gube” (9)

      • “Dafii deebii naaf kenni” (17)

      • “Wanta dhangaggaaʼaa akkan dhugu naaf kennan” (21)

  • 70

    • Gargaarsa hatattamaa gaafachuu

      • “Anaaf jedhii dafii tarkaanfii fudhadhu” (5)

  • 71

    • Amanannaa maanguddootaa

      • Ijoollummaa irraa jalqabee Waaqatti amanamuu (5)

      • “Yommuu humni koo dhumu” (9)

      • ‘Waaqayyo ijoollummaa kootii jalqabee na barsiiseera’ (17)

  • 72

    • Bulchiinsa nagaa mootii Waaqayyo muudee

      • “Namni qajeelaan ni lalisa” (7)

      • Warra galaanaa hamma galaanaatti isaaf bitaman (8)

      • Hammina irraa oolchuu (14)

      • Midhaan hedduun lafa irra ni jiraata (16)

      • Maqaan Waaqaa bara baraaf jajama (19)

  • 73

    • Namni Waaqaa deebisee ilaalcha hafuuraa ni qabaata

      • ‘Miilli koo karaa irraa jalʼachuuf jedhee ture’ (2)

      • “Guyyaa guutuu nan rakkadhe” (14)

      • ‘Hamman iddoo qulqulluu Waaqayyootti seenutti’ (17)

      • Hamoonni lafa mucucaatu irra dhaabbataniiru (18)

      • Waaqatti dhihaachuun gaarii dha (28)

  • 74

    • Kadhannaa Waaqni saba isaa akka yaadatu dhihaate

      • Gochawwan fayyinaa Waaqaa yaadachuu (12-17)

      • ‘Arrabsoo diinaa yaadadhu’ (18)

  • 75

    • Waaqni haqaan murteessa

      • Hamoonni xoofoo Yihowaa ni dhugu (8)

  • 76

    • Injifannoo Waaqni diinota Xiyoon irratti argate

      • Waaqni garraamota ni oolcha (9)

      • Diinonni of tuulan gad qabamu (12)

  • 77

    • Kadhannaa yeroo dhiphinaatti dhihaate

      • Hojiiwwan Waaqaa irratti xiinxaluu (11, 12)

      • ‘Yaa Waaqayyo, akka kee guddaa kan taʼe eenyu?’ (13)

  • 78

    • Kunuunsa Waaqni godhuu fi Israaʼel amantii dhabuu isaa

      • Dhaloota dhufutti himaa (2-8)

      • “Isaan Waaqayyotti hin amanne” (22)

      • “Midhaan samii” (24)

      • ‘Isa Qulqulluu kan Israaʼel ni gaddisiisan’ (41)

      • Gibxii irraa jalqabee hamma Biyyattii Abdachiifamteetti (43-55)

      • ‘Waaqa ni morkatan’ (56)

  • 79

    • Kadhannaa yommuu saboonni saba Waaqaa weeraranitti dhihaate

      • “Warra arrabsaman taaneerra” (4)

      • ‘Maqaa keetiif jedhiitii nu gargaari’ (9)

      • “Olloota keenyaaf dachaa torba deebisi” (12)

  • 80

    • Kadhannaa Tikseen Israaʼel iddootti akka isaan deebisu dhihaate

      • “Yaa Waaqayyo, iddoo keenyatti nu deebisi” (3)

      • Israaʼel muka wayinii Waaqaatti fakkeeffame (8-15)

  • 81

    • Gorsa akka ajajaman kenname

      • Waaqolii ormaa hin waaqeffatinaa (9)

      • ‘Maal taʼa utuu dhageesseetta taʼee!’ (13)

  • 82

    • Gaaffii murtii qajeelaa argachuuf dhihaate

      • Waaqni “waaqolii” gidduutti murtii ni kenna (1)

      • ‘Rakkataaf falmaa’ (3)

      • “Isin waaqolii dha” (6)

  • 83

    • Kadhannaa yeroo diinonni dhufanitti dhihaate

      • “Yaa Waaqayyo, calluma hin jedhin” (1)

      • Diinota akka sokorruu gaggaragaluu taʼan (13)

      • Maqaan Waaqaa Yihowaa dha (18)

  • 84

    • Godoo qulqulluu Waaqaa isa guddaa hawwuu

      • Leewwicha akka simbiraa taʼuuf hawwe (3)

      • “Guyyuma tokko mooraa kee keessa ooluu” (10)

      • “Yihowaan aduu fi gaachana dha” (11)

  • 85

    • Kadhannaa iddootti deebiʼuuf dhihaate

      • Waaqayyo warra amanamoo taʼanitti nagaa dubbata (8)

      • Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan wal argatu (10)

  • 86

    • Waaqni akka Yihowaa hin jiru

      • Yihowaan dhiifama gochuuf qophaaʼaa dha (5)

      • Saboonni hundi Yihowaa ni waaqeffatu (9)

      • “Waaʼee daandii keetii na barsiisi” (11)

      • “Garaa koo tokko naaf godhi” (11)

  • 87

    • Magaalaa Waaqa dhugaa kan taate Xiyoon

      • Warra Xiyoon keessatti dhalatan (4-6)

  • 88

    • Kadhannaa duʼa irraa ooluuf dhihaate

      • ‘Lubbuun koo Awwaala qarqara jira’ (3)

      • ‘Ganama ganama sin kadhadha’ (13)

  • 89

    • Waaʼee jaalala Yihowaa isa amanamaa faarfachuu

      • Kakuu Daawitii wajjin galame (3)

      • Sanyiin Daawit bara baraaf jiraata (4)

      • Inni Waaqni dibe sun “Abbaa” jedhee isa waama (26)

      • Kakuun Daawit mirkanaaʼaa dha (34-37)

      • Namni Awwaala jalaa miliquu hin dandaʼu (48)

  • 90

    • Waaqa bara baraa fi nama yeroo gabaabaa jiraatu

      • Waggaan kumni akkuma kaleessaa ti (4)

      • Namni waggaa 70-80 jiraata (10)

      • “Umurii keenya akkamitti akka lakkoofnu nu barsiisi” (12)

  • 91

    • Iddoo dhokataa isa kan Waaqayyoo keessatti eegumsa argachuu

      • Kiyyoo simbira qabatu jalaa ooluu (3)

      • Qoochoo Waaqayyoo jalatti kooluu galuu (4)

      • Kumaatamni kufanis ooluu (7)

      • Maleekonni akka eegan ajajaman (11)

  • 92

    • Yihowaan bara baraaf kan ol qabame dha

      • Hojii isaa isa guddaa fi yaada isaa isa gad fagoo (5)

      • ‘Namni qajeelaan akkuma mukaatti ni lalisa’ (12)

      • Maanguddoonni dagaaguu isaanii itti fufu (14)

  • 93

    • Bulchiinsa Yihowaa isa ulfina qabeessa

      • “Yihowaan Mootii taʼeera!” (1)

      • ‘Yaadachiisawwan kee amansiisoo dha’ (5)

  • 94

    • Kadhannaa Waaqni akka haaloo baʼu dhihaate

      • ‘Hamoonni hamma yoomiitti itti fufu?’ (3)

      • Sirreeffamni Yaah kennu gammachuu argamsiisa (12)

      • Waaqayyo saba isaa hin dhiisu (14)

      • “Maqaa seeraatiin rakkina qopheessuu” (20)

  • 95

    • Waaqeffannaa dhugaan ajajamuu dabalata

      • ““Harʼa sagalee isaa yoo dhageessan” (7)

      • “Garaa keessan didaa hin godhinaa” (8)

      • “Isaan gara boqonnaa kootti hin galan” (11)

  • 96

    • “Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa”

      • Yihowaan hunda caalaa jajamuun isaaf mala (4)

      • Waaqoliin sabootaa gatii hin qaban (5)

      • Uffata qulqullummaa uffadhaatii waaqeffadhaa (9)

  • 97

    • Yihowaan waaqolii kaan caalaa ol kan qabame dha

      • “Yihowaan Mootii taʼeera!” (1)

      • Yihowaa jaalladhaa, wanta hamaa jibbaa (10)

      • Ifni qajeelaadhaaf ni baʼe (11)

  • 98

    • Yihowaan Fayyisaa fi Abbaa Murtii qajeelaa dha

      • Yihowaan akka fayyisu beeksifame (2, 3)

  • 99

    • Yihowaan Mootii qulqulluu dha

      • Kiruubelotaa olitti teessoo irra taaʼeera (1)

      • Waaqa dhiifama godhuu fi adabu (8)

  • 100

    • Uumaa galateeffachuu

      • “Gammachuudhaan Yihowaa tajaajilaa” (2)

      • ‘Kan nu tolche Waaqa dha’ (3)

  • 101

    • Bulchaa amanamaa taʼe

      • ‘Nama of jaju hin obsu’ (5)

      • ‘Gara namoota amanamoo nan ilaala’ (6)

  • 102

    • Kadhannaa nama cunqurfamee fi abdii kutatee

      • ‘Ani akkuma simbirroo kophaa ishii jirtuu ti’ (7)

      • ‘Guyyoonni koo gaaddidduu darbu dha’ (11)

      • “Yihowaan Xiyooniin deebisee ni ijaara” (16)

      • Yihowaan bara baraaf ni jiraata (26, 27)

  • 103

    • “Yihowaa nan jajadha”

      • Waaqni cubbuu keenya nu irraa fageessa (12)

      • Waaqni abbaa gara laafessa taʼe dha (13)

      • Waaqni biyyoo taʼuu keenya ni yaadata (14)

      • Teessoo fi mootummaa Yihowaa (19)

      • Maleekonni dubbii Waaqaa raawwatu (20)

  • 104

    • Uumama dinqisiisaa taʼeef Waaqa jajachuu

      • ELafti bara baraaf jiraatti (5)

      • Daadhiin wayinii fi nyaanni nama duʼuuf kenname (15)

      • “Hojiiwwan kee akkam baayʼatu!” (24)

      • ‘Yommuu hafuurri fudhatamu ni duʼu’ (29)

  • 105

    • Gochawwan Yihowaan saba isaatiif raawwate

      • Waaqni kakuu isaa ni yaadata (8-10)

      • “Warra ani dibe hin tuqinaa” (15)

      • Waaqni Yoseef isa garbicha taʼetti fayyadame (17-22)

      • Dinqiiwwan Waaqayyo Gibxii keessatti raawwate (23-36)

      • Israaʼel Gibxii keessaa ni baʼe (37-39)

      • Waaqni waadaa Abrahaamiif gale ni yaadate (42)

  • 106

    • Israaʼel dinqisiifannaa dhabe

      • Gochawwan Waaqaa yeruma sana irraanfatan (13)

      • Ulfina Waaqaa fakkii qotiyyootti jijjiiran (19, 20)

      • Waadaa Waaqaa irratti amantii hin qabaanne (24)

      • Waaqeffannaa Baʼaal irratti hirmaatan (28)

      • Daaʼimman jinniiwwaniif aarsaa taʼan (37)

  • 107

    • Hojiiwwan isaa dinqisiisoo taʼaniif Waaqa galateeffadhaa

      • Daandii isa sirrii irra isaan geggeesse (7)

      • Isa dheebotee fi isa beelaʼe quubseera (9)

      • Dukkana keessaa isaan baase (14)

      • Dubbii isaa ergee isaan fayyise (20)

      • Hiyyeeyyii cunqurfamuu irraa ni eega (41)

  • 108

    • Kadhannaa diina injifachuuf dhihaate

      • Fayyinni namootaan argamu gatii hin qabu (12)

      • “Waaqayyo humna nuuf kenna” (13)

  • 109

    • Kadhannaa nama dhiphatee

      • ‘Mirga isaa namni kan biraan haa fudhatu’ (8)

      • Waaqa hiyyeessaaf ni dhaabbata (31)

  • 110

    • Mootii fi luba akka Malkiseedeq

      • “Diinota kee gidduutti bulchi” (2)

      • Dargaggoonni fedhiidhaan of dhiheessan akka fixeensaa ti (3)

  • 111

    • Hojiiwwan isaa guguddoodhaaf Yihowaa jajadhaa

      • Maqaan Waaqaa qulqulluu fi sodaachisaa dha (9)

      • Yihowaa sodaachuun ogummaa dha (10)

  • 112

    • Namni qajeelaan Yihowaa sodaata

      • Namni arjummaadhaan liqeessu ni badhaadha (5)

      • “Namni qajeelaan bara baraaf yaadatama” (6)

      • Namni arjaan hiyyeessaaf ni kenna (9)

  • 113

    • Waaqni ol gubbaa jiru rakkataa ol ni kaasa

      • Maqaan Yihowaa bara baraaf haa jajamu (2)

      • Waaqni gad jedha (6)

  • 114

    • Israaʼel Gibxii keessaa baʼe

      • Galaanichi ni baqate (5)

      • Gaaronni akka korbeeyyii hoolaatti burraaqan (6)

      • Qarsaa cimaan gara burqaa bishaaniitti jijjiirame (8)

  • 115

    • Ulfinni Waaqaaf qofa kennamuu qaba

      • Waaqolii tolfamoo lubbuu hin qabne (4-8)

      • Lafti namootaaf kennamte (16)

      • “Warri duʼan Yaahiin hin jajatan” (17)

  • 116

    • Faarfannaa galataa

      • “Yihowaadhaaf maalan deebisa?” (12)

      • “Xoofoo fayyinaa nan kaasa” (13)

      • “Wareega koo Yihowaadhaaf nan raawwadha” (14, 18)

      • CDuuti namoota amanamoo dhimma ulfaataa taʼe dha (15)

  • 117

    • Waamicha saboonni hundi Yihowaa akka jajatan dhihaate

      • Jaalalli Waaqayyoo inni amanamaan guddaa dha (2)

  • 118

    • Injifannoo Yihowaatiif galata galchuu

      • ‘Yaahiin nan waammadhe, innis deebii naaf kenne’ (5)

      • “Yihowaan na cinaa jira” (6, 7)

      • Dhagaan tuffatame dhagaa golee hunda irra caalu taʼe (22)

      • ‘Isa maqaa Yihowaatiin dhufu’ (26)

  • 119

    • Dubbii Waaqaa isa gatii guddaa qabu dinqisiifachuu

      • ‘Dargaggoonni akkamitti daandii isaanii qulqulluu godhanii eeguu dandaʼu?’ (9)

      • “Yaadachiisawwan kee nan jaalladha” (24)

      • ‘Dubbiin kee abdii koo ti’ (74, 81, 114)

      • “Seera kee baayʼee nan jaalladha!” (97)

      • “Ani barsiisota koo hundumaa caalaa hubannaa qaba” (99)

      • ‘Dubbiin kee miila kootiif ibsaa dha’ (105)

      • “Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha” (160)

      • Nagaa warri seera Waaqaa jaallatan qaban (165)

  • 120

    • Nama biyya ormaa nagaa hawwu

      • ‘Arraba gowwoomsu irraa na oolchi’ (2)

      • “Ani nagaadhaaf dhaabbadheera” (7)

  • 121

    • Yihowaan saba isaa ni eega

      • ‘Kan na gargaaru Yihowaa dha’ (2)

      • Yihowaan matumaa hin rafu (3, 4)

  • 122

    • Kadhannaa nagaa Yerusaalemiif dhihaate

      • Gammachuu gara mana Yihowaa dhaquudhaan argamu (1)

      • Magaalaa wal qabattee tokko taate (3)

  • 123

    • Yihowaa duratti fudhatama argachuuf kadhachuu

      • ‘Akkuma tajaajiltootaatti, gara Yihowaa ilaalla’ (2)

      • ‘Salphina quufneerra’ (3)

  • 124

    • “Yihowaan utuu nuu wajjin taʼuu baatee”

      • Kiyyoo cabe jalaa miliquu (7)

      • ‘Isa maqaan isaa Yihowaa jedhamu irraa gargaarsa arganna’ (8)

  • 125

    • Yihowaan saba isaa ni eega

      • “Akkuma gaaronni Yerusaalemitti marsan” (2)

      • “Israaʼel irratti nagaan haa taʼu” (5)

  • 126

    • Xiyoon iddootti deebiʼuun ishii gammachuu argamsiise

      • “Yihowaan wantoota guguddaa nuuf raawwate” (3)

      • Booʼicha irraa gara gammachuutti (5, 6)

  • 127

    • Waaqaan alatti wanti hundi gatii hin qabu

      • “Yihowaan mana yoo ijaare malee” (1)

      • Ijoolleen kennaa Yihowaa biraa argamani dha (3)

  • 128

    • Gammachuu Yihowaa sodaachuudhaan argamu

      • Haadha manaa akkuma muka wayinii firii godhatuu taate (3)

      • “Yerusaalem yommuu badhaadhina argattu kan argitu taʼi” (5)

  • 129

    • Haleelamus hin moʼamne

      • Warri Xiyoon jibban ni qaanaʼu (5)

  • 130

    • “Iddoo gad fagoo keessaa sin waammadha”

      • “Ati dogoggora hordofta utuu taʼee” (3)

      • Dhiifamni dhugaan Yihowaa biraa argama (4)

      • “Hawwiidhaan Yihowaa nan eeggadha” (6)

  • 131

    • Akkuma mucaa harma guʼeetti gammaduu

      • Wantoota baayʼee guguddaa taʼan hin hawwine (1)

  • 132

    • Daawitii fi Xiyoon ni filataman

      • “Isa dibde sana hin dhiisin” (10)

      • Luboonni Xiyoon fayyina uffataniiru (16)

  • 133

    • Tokkummaadhaan waliin jiraachuu

      • Akkuma zayitii mataa Aaron irratti dhangalaafamuu (2)

      • Akkuma fixeensa Hermoon (3)

  • 134

    • Halkan Waaqayyoon jajachuu

      • “Qulqullummaadhaan harka keessan ol kaasaa” (2)

  • 135

    • Guddina isaatiif Yaahiin jajadhaa

      • Mallattoowwanii fi dinqiiwwan Gibxii irratti raawwataman (8, 9)

      • “Maqaan kee bara baraaf jabaatee dhaabbata” (13)

      • Waaqolii tolfamoo lubbuu hin qabne (15-18)

  • 136

    • Jaalalli Yihowaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata

      • Samii fi lafti ogummaadhaan tolfaman (5, 6)

      • Faraʼoon Galaana Diimaa keessatti duʼe (15)

      • Waaqni warra dhiphatan ni yaadata (23)

      • Uumama jiraataa hundumaatiif nyaata kenna (25)

  • 137

    • Lageen Baabilon biratti

      • Faarfannaawwan Xiyoon hin faarfanne (3, 4)

      • Baabilon ni balleeffamti (8)

  • 138

    • Waaqni guddaa taʼus namaaf yaada

      • ‘Ati kadhannaa kootiif deebii ni kennite’ (3)

      • ‘Balaa gidduutti illee ati na oolchita’ (7)

  • 139

    • Waaqni tajaajiltoota isaa akka gaariitti beeka

      • Hafuura Waaqaa jalaa miliquun hin dandaʼamu (7)

      • ‘Karaa dinqisiisaa taʼeenan tolfame’ (14)

      • ‘Yeroon miciree turetti na argite’ (16)

      • ‘Daandii bara baraa irra na geggeessi’ (24)

  • 140

    • Yihowaan Fayyisaa jabaa dha

      • Hamoonni akkuma bofaa ti (3)

      • Jalʼoonni ni kufu (11)

  • 141

    • Kadhannaa eegumsa argachuuf dhihaate

      • ‘Kadhannaan koo akkuma ixaanaa haa taʼu’ (2)

      • Adabni nama qajeelaa akkuma zayitii ti (5)

      • Hamoonni saaphana ofii keessatti ni kufu (10)

  • 142

    • Kadhannaa warra ariʼatama geessisan irraa ooluuf dhihaate

      • “Iddoon itti baqachuu dandaʼu tokko illee hin jiru” (4)

      • “Si qofan qaba” (5)

  • 143

    • Akkuma lafa waxalameetti Waaqa dheebochuu

      • ‘Hojii kee irratti nan yaada’ (5)

      • “Fedhii kee raawwachuu na barsiisi” (10)

      • ‘Hafuurri kee inni gaariin na haa geggeessu’ (10)

  • 144

    • Kadhannaa injifannoo argachuuf dhihaate

      • ‘Namni duʼu maali dha?’ (3)

      • ‘Diinonni haa bittinnaaʼan’ (6)

      • HSabni Yihowaa gammadaa dha (15)

  • 145

    • Waaqa isa Mootii guddaa taʼe jajachuu

      • ‘Guddina Waaqaa nan labsa’ (6)

      • “Yihowaan uumamawwan hundumaatiif gaarii dha” (9)

      • ‘Warri siif amanamoo taʼan si jajatu’ (10)

      • Mootummaa Waaqayyoo isa bara baraa (13)

      • Harki Waaqaa hundumaa ni quubsa (16)

  • 146

    • Namootatti utuu hin taʼin Waaqatti amanamaa

      • Namni yeroo duʼutti yaanni isaa ni bada (4)

      • Waaqni warra gad jedhan ol ni kaasa (8)

  • 147

    • Hojiiwwan Waaqaa warra jaalala isaa fi jabina isaa argisiisan jajachuu

      • Inni warra garaan isaanii cabe ni fayyisa (3)

      • Urjiilee hundumaa maqaadhaan waama (4)

      • Cabbii akkuma rifeensa hoolaatti ni erga (16)

  • 148

    • Uumamni hundi Yihowaa jajata

      • “Maleekonni isaa hundi isa jajadhaa” (2)

      • ‘Aduun, addeessii fi urjiileen isa jajadhaa’ (3)

      • Dargaggoo fi maanguddoonni Waaqa jajadhaa (12, 13)

  • 149

    • Faarfannaa injifannoo Waaqaatiif dhihaate

      • Waaqni saba isaatti ni gammada (4)

      • Warri Waaqaaf amanamoo taʼan ulfina ni argatu (9)

  • 150

    • Wanti hafuura baafatu hundi Yaahiin haa jajatu

      • Halleeluyaah! (1, 6)