Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Lallabaa

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Wanti hundi gatii hin qabu (1-11)

      • Lafti bara baraaf jiraatti (4)

      • Marsaan uumamaa itti fufa (5-7)

      • Aduudhaa gaditti wanti haaraan hin jiru (9)

    • Ogummaan namootaa daangaa qaba (12-18)

      • Bubbee duukaa fiiguu (14)

  • 2

    • Solomoon wanta raawwate ni gamaaggame (1-11)

    • Ogummaan namaa faayidaa xinnoo qaba (12-16)

    • Jabaatanii hojjechuun gatii hin qabu (17-23)

    • Nyaachuu, dhuguu fi hojiitti gammaduu (24-26)

  • 3

    • Wanti hundi yeroo qaba (1-8)

    • Jireenya isa kennaa Waaqaa taʼetti gammaduu (9-15)

      • Bara baraaf jiraachuun garaa namaa keessa jira (11)

    • Waaqni nama hundaaf haqaan murteessa (16, 17)

    • Namoonnis taʼan horiin dhuma irratti ni duʼu (18-22)

      • Hundi isaanii biyyootti deebiʼu (20)

  • 4

    • Hacuuccaa duʼa irra hammaatu (1-3)

    • Hojiidhaaf ilaalcha madaalamaa qabaachuu (4-6)

    • Faayidaa michuu (7-12)

      • Tokko taʼuu mannaa lama taʼuu wayya (9)

    • Jireenyi bulchaa gatii kan hin qabne taʼuu dandaʼa (13-16)

  • 5

    • Sodaa sirrii taʼeen Waaqatti dhihaachuu (1-7)

    • Warri ol jiran warra isaanii gadi jiran ni ilaalu (8, 9)

    • Qabeenyi gatii hin qabu (10-20)

      • Namoonni maallaqa jaallatan hin quufan (10)

      • Hirribni nama hojjetuu miʼaawaa dha (12)

  • 6

    • Badhaadhinni gammachuu malee gatii hin qabu (1-6)

    • Wanta amma qabdutti gammadi (7-12)

  • 7

    • Maqaa gaarii fi guyyaa duʼaa (1-4)

    • Ifannaa ogeessaa (5-7)

    • Jalqaba wanta tokkoo irra dhuma wanta sanaa wayya (8-10)

    • Faayidaa ogummaa (11, 12)

    • Guyyaa gaarii fi guyyaa rakkinaa (13-15)

    • Ilaalcha madaalamaa qabaachuu (16-22)

    • Wanta sassaabdichi hubate (23-29)

  • 8

    • Namoota cubbuu dhaalan jalatti buluu (1-17)

      • Ajaja mootichaatiif ajajami (2-4)

      • Namni aangoo qabaachuun isaa miidhaa qaba (9)

      • Hatattamaan murtiin yoo kennamuu baate (11)

      • Nyaadhu, dhugi, gammadis (15)

  • 9

    • Wanti dhuma irratti hunduma isaanii irra gaʼu tokko dha (1-3)

    • Duuti jiraatus jireenyatti gammaduu (4-12)

      • Warri duʼan homaa hin beekan (5)

      • Awwaala keessa sochiin hin jiru (10)

      • Yeroo fi wanta hin eegamne (11)

    • Ogummaadhaaf iddoo guddaan kan kennamu yeroo hunda miti (13-18)

  • 10

    • Gowwummaa xinnoon ogummaa balleessa (1)

    • Miidhaa dandeettii dhabuun geessisu (2-11)

    • Haala gaddisiisaa nama gowwaa irra gaʼu (12-15)

    • Gowwummaa bulchitoota gidduu jiru (16-20)

      • Simbirri dubbii kee irra deebitee dubbachuu dandeessi (20)

  • 11

    • Carraa argattutti fayyadami (1-8)

      • Daabboo kee bishaan irratti darbadhu (1)

      • Ganamaa hamma galgalaatti sanyii facaasi (6)

    • Dargaggummaa keetti karaa sirrii taʼeen fayyadami (9, 10)

  • 12

    • Barri dullumaa dhufuu isaa dura Uumaa kee yaadadhu (1-8)

    • Xumura sassaabdichi irra gaʼe (9-14)

      • Jechoonni ogeeyyii akkuma arfii qotiyyoo ti (11)

      • Waaqa dhugaa sodaadhu (13)