Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Naahom

Boqonnaawwan

1 2 3

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Waaqayyo diinota isaa irratti haaloo baʼa (1-7)

      • Waaqni guutummaatti akka isaaf bulan barbaada (2)

      • Yihowaan warra isatti kooluu galan beeka (7)

    • Nanawween guutummaatti balleeffamti (8-14)

      • Dhiphinni yeroo lammataatiif hin dhufu (9)

    • Misiraachoo Yihudaadhaaf labsame (15)

  • 2

    • Nanawween ni diigamti (1-13)

      • “Karrawwan lageenii ni banamu” (6)

  • 3

    • “Magaalaa dhiiga dhangalaastu sanaaf wayyoo!” (1-19)

      • Sababa Nanawweetti itti murteeffame (1-7)

      • Nanawween akkuma Noo Amoonitti ni kufti (8-12)

      • Kufaatiin Nanawwee kan hin oolle dha (13-19)