Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Zakkaariyaas

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Waamicha gara Yihowaatti akka deebiʼan dhihaate (1-6)

      • “Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa” (3)

    • Mulʼata 1: Abbootii fardaa mukeetii hadaasii gidduu dhaabbatan (7-17)

      • “Yihowaan ammas Xiyooniin ni jajjabeessa” (17)

    • Mulʼata 2: Gaanfota afurii fi ogeeyyii harkaa afur (18-21)

  • 2

    • Mulʼata 3: Namicha wadaroo safaraa qabate (1-13)

      • Yerusaalem ni safaramti (2)

      • Yihowaan “dallaa ibiddaa ishiitti marsee jiru” taʼa (5)

      • Qaroo ija Yihowaa tuquu (8)

      • Saboonni hedduun Yihowaa cinaa dhaabbatu (11)

  • 3

    • Mulʼata 4: Uffanni luba ol aanaa ni jijjiirame (1-10)

      • Seexanni Iyyaasuu isa luba ol aanaa taʼe morme (1)

      • “Ani Latii isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!” (8)

  • 4

    • Mulʼata 5: Baattuu ibsaa fi mukeetii ejersaa lama (1-14)

      • “Jabina namaatiin utuu hin taʼin, hafuura kootiin” (6)

      • Guyyaa hojicha keessaa xinnoon itti jalqabame hin tuffatinaa (10)

  • 5

    • Mulʼata 6: Maraa kitaabaa balaliʼu (1-4)

    • Mulʼata 7: Miʼa eefaa (5-11)

      • Dubartiin achi keessa jirtu Hammina jedhamte (8)

      • Miʼichi gara Shinaaritti geeffame (9-11)

  • 6

    • Mulʼata 8: Gaariiwwan fardaa afur (1-8)

    • Latichi mootii fi luba taʼa (9-15)

  • 7

    • Yihowaan sooma garaadhaa hin taane ni balaaleffata (1-14)

      • “Dhuguma anaaf soomtanii?” (5)

      • ‘Haqa, jaalala amanamaa fi gara laafina walitti argisiisaa’ (9)

  • 8

    • Yihowaan Xiyooniif nagaa fi dhugaa ni kenna (1-23)

      • Yerusaalem, “magaalaa amanamtuu” (3)

      • “Walii keessanitti dhugaa dubbadhaa” (16)

      • Sooma irraa gara affeerraatti (18, 19)

      • ‘Yihowaa haa barbaaddannu’ (21)

      • Namoonni kudhan uffata Yihudii tokkoo qabatu (23)

  • 9

    • Murtii Waaqni saboota ollaa jiran irratti dabarse (1-8)

    • Dhufaatii mootii Xiyoon (9, 10)

      • Mootii gad of qabuu fi harree irra taaʼee dhufu (9)

    • Sabni Yihowaa bilisa baʼa (11-17)

  • 10

    • Bokkaa argachuuf Yihowaa malee waaqolii sobaa hin gaafatinaa (1, 2)

    • Yihowaan saba isaa tokko ni godha (3-12)

      • Namni iddoo guddaa qabu Yihudaa keessaa ni baʼa (3, 4)

  • 11

    • Miidhaa tiksee Waaqaa isa dhugaa tuffachuun fidu (1-17)

      • “Hoolota qalamuuf jedhan tiksi” (4)

      • Ulee lama: Gammachuu fi Tokkummaa (7)

      • Mindaa tiksee: Meetii sheeqilii 30 (12)

      • Maallaqichi mana kuusaatti darbatame (13)

  • 12

    • Yihowaan Yihudaa fi Yerusaalemiif eegumsa godha (1-9)

      • Yerusaalem, “dhagaa ulfaataa” taati (3)

    • Isa waraaname sanaaf booʼuu (10-14)

  • 13

    • Waaqolii tolfamoo fi raajota sobaa balleessuu (1-6)

      • Raajonni sobaa qaanii gonfatu (4-6)

    • Tikseen sun ni rukutama (7-9)

      • Harki sadaffaan ni qulqulleeffama (9)

  • 14

    • Injifannoo guutuu waaqeffannaa dhugaan argate (1-21)

      • Gaarri ejersaa lamatti hirama (4)

      • Yihowaan tokko, maqaan isaas tokko ni taʼa (9)

      • Dhaʼicha mormitoota Yerusaalem irra gaʼu (12-15)

      • Ayyaana Daasii kabajuu (16-19)

      • Distiiwwan hundi Yihowaadhaaf qulqulleeffamu (20, 21)