Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Miilkiyaas

Boqonnaawwan

1 2 3 4

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Jaalala Yihowaan saba isaatiif qabu (1-5)

    • Luboonni aarsaawwan gad aanoo dhiheessan (6-14)

      • Maqaan Waaqaa saboota gidduutti guddaa taʼa (11)

  • 2

    • Luboonni sabicha barsiisuu dhiisan (1-9)

      • Lubichi afaan isaa irraa beekumsa qabaachuu qaba (7)

    • Jalʼinaan hiriyaa gaaʼelaa waan hiikaniif yakkamtoota taʼan (10-17)

      • “Ani wal hiikuu nan jibba” jedha Yihowaan (16)

  • 3

    • Gooftaa dhugaan mana qulqullummaa isaa qulqulleessuuf ni dhufa (1-5)

      • Ergamaa kakuu sanaa (1)

    • Gara Yihowaatti akka deebiʼan jajjabeessuu (6-12)

      • Yihowaan hin jijjiiramu (6)

      • “Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa” (7)

      • ‘Kurnoo guutummaatti fidaa, Yihowaanis eebba isin irratti roobsa’ (10)

    • Nama qajeelaa fi nama hamaa (13-18)

      • Kitaabni yaadannoo Waaqa duratti barreeffame (16)

      • Garaa garummaa nama qajeelaa fi nama hamaa gidduu jiru (18)

  • 4

    • Guyyaa Yihowaa dura Eeliyaas ni dhufa (1-6)

      • “Aduun qajeelummaa ni baati” (2)