Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Xalayaa Warra Roomaatiif Barreeffame

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Nagaa dhaamuu (1-7)

    • Phaawulos Roomaa dhaquu barbaade (8-15)

    • Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata (16, 17)

    • Warri Waaqa hin sodaanne sababa itti qabatan hin qaban (18-32)

      • Amalawwan Waaqaa uumama irratti mulʼataniiru (20)

  • 2

    • Waaqni Yihudootaa fi Giriikota irratti ni murteessa (1-16)

      • Akkaataa qalbiin itti hojjetu (14, 15)

    • Yihudootaa fi Seericha (17-24)

    • Dhaqna qabaa garaa (25-29)

  • 3

    • “Waaqayyo dhuga qabeessa haa taʼu” (1-8)

    • Yihudoonnis taʼan Giriikonni cubbuu jala jiru (9-20)

    • Qajeelummaa amantiidhaan argamu (21-31)

      • Hundumtuu ulfina Waaqaa calaqqisiisuu hin dandaʼan (23)

  • 4

    • Abrahaam amantiidhaan qajeelaa jedhame (1-12)

      • Abrahaam isa warra amantii qaban hundaaf abbaa taʼe (11)

    • Waadaa karaa amantii argame (13-25)

  • 5

    • Karaa Kiristoos Waaqatti araaramuu (1-11)

    • Duuti karaa Addaam, jireenyi karaa Kiristoos (12-21)

      • Cubbuu fi duuti namoota hunda waliin gaʼe (12)

      • Gocha qajeelummaa tokko (18)

  • 6

    • Gara Kiristoositti cuuphamuudhaan jireenya haaraa argachuu (1-11)

    • Cubbuun qaama keessan irratti akka moʼu hin heyyaminaa (12-14)

    • Garbicha cubbuu taʼuu mannaa garbicha Waaqaa taʼuu (15-23)

      • Mindaan cubbuu duʼa; kennaan Waaqaa garuu jireenya (23)

  • 7

    • Seericha jalaa bilisa baʼuun fakkeenyaan ibsame (1-6)

    • Seerichi maalummaa cubbuu beeksise (7-12)

    • Qabsoo cubbuu wajjin godhamu (13-25)

  • 8

    • Jireenyaa fi bilisummaa hafuuraan argamu (1-11)

    • Ijoollee Waaqaa taʼuu keenya hafuurichi dhugaa baʼa (12-17)

    • Uumamni bilisummaa ijoollee Waaqaa eeggata (18-25)

    • ‘Hafuurichi nuuf kadhata’ (26, 27)

    • Warra Waaqni dursee murteesse (28-30)

    • Injifannoo karaa jaalala Waaqaa argamu (31-39)

  • 9

    • Phaawulos saba Israaʼeliif gadde (1-5)

    • Sanyii Abrahaam isa dhugaa (6-13)

    • Filannaa Waaqaa irratti gaaffii kaasuun hin dandaʼamu (14-26)

      • Qodaawwan dheekkamsaa fi qodaawwan araaraa (22, 23)

    • Warra isaan irraa hafan qofatu oola (27-29)

    • Israaʼel ni gufate (30-33)

  • 10

    • Karaa qajeelummaan Waaqaa itti argamu (1-15)

      • Ifatti lallabuu (10)

      • Yihowaa waammachuun fayyina argamsiisa (13)

      • Labsitoota miila bareedaa qaban (15)

    • Misiraachicha fudhachuu didan (16-21)

  • 11

    • Waaqni Israaʼeliin guutummaatti hin dhiisne (1-16)

    • Fakkeenya muka ejersaa (17-32)

    • Ogummaa Waaqaa isa gad fagoo (33-36)

  • 12

    • Qaama keessan aarsaa jiraatu godhaa dhiheessaa (1, 2)

    • Qaama tokkicha, kennaa adda addaa (3-8)

    • Gorsa jireenya Kiristiyaanummaa dhugaa ilaalchisee kenname (9-21)

  • 13

    • Abbootii taayitaatiif bitamuu (1-7)

      • Qaraxa kaffaluu (6, 7))

    • Jaalalli Seericha raawwata (8-10)

    • Akka ifa guyyaatiin deddeebiʼanitti deddeebiʼuu (11-14)

  • 14

    • Walitti hin murteessinaa (1-12)

    • Warra kaan hin gufachiisinaa (13-18)

    • Nagaa fi tokkummaadhaaf hojjechuu (19-23)

  • 15

    • Akkuma Kiristoos isin simate wal simadhaa (1-13)

    • Phaawulos isa tajaajilaa sabootaa taʼe (14-21)

    • Karoora imalaa Phaawulos (22-33)

  • 16

    • Phaawulos waaʼee Feeban dubbate (1, 2)

    • Kiristiyaanota Roomaatiif nagaa dhaamuu (3-16)

    • Akeekkachiisa wal qoqqooduu ilaalchisee kenname (17-20)

    • Nagaa namoonni Phaawulosii wajjin hojjetan dhaaman (21-24)

    • Iccitii qulqulluun amma beekameera (25-27)