Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Xalayaa Warra Qorontosiif Barreeffame Isa Tokkoffaa

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Nagaa dhaamuu (1-3)

    • Phaawulos sababii warra Qorontosiif Waaqa galateeffate (4-9)

    • Gorsa tokkummaa akka qabaatan kenname (10-17)

    • Kiristoos isa humnaa fi ogummaa Waaqaa taʼe (18-25)

    • Yihowaadhaan qofa boonuu (26-31)

  • 2

    • Phaawulos Qorontositti lallabe (1-5)

    • Caalmaa ogummaan Waaqaa (6-10)

    • Garaa garummaa nama hafuuraa fi nama foonii (11-16)

  • 3

    • Warri Qorontos amma iyyuu namoota foonii ti (1-4)

    • Kan guddisu Waaqa dha (5-9)

      • Waaqaa wajjin hojjechuu (9)

    • Miʼawwan ibidda dandaʼaniin ijaaruu (10-15)

    • Isin mana qulqullummaa Waaqaa ti (16, 17)

    • Ogummaan addunyaa Waaqa biratti gowwummaa dha (18-23)

  • 4

    • Bulchitoonni amanamoo taʼuu qabu (1-5)

    • Kiristiyaanonni gad of qabuu qabu (6-13)

      • “Wantoota barreeffaman irra hin darbin” (6)

      • Kiristiyaanonni akka taatota waltajjii irra jiranii ti (9)

    • Phaawulos ijoollee hafuuraa isaatiif ni yaada (14-21)

  • 5

    • Halalummaa raawwatame tokko (1-5)

    • Raacitii xinnoon guutummaa bukichaa bukeessa (6-8)

    • Namni hamaan gumiidhaa baafamuu qaba (9-13)

  • 6

    • Obboloonni mana murtiitti wal himatan (1-8)

    • Namoota Mootummicha hin dhaalle (9-11)

    • Qaama keessaniin Waaqaaf ulfina kennaa (12-20)

      • “Halalummaa irraa baqadhaa!” (18)

  • 7

    • Gorsa warra gaaʼela hin godhannee fi warra gaaʼela godhataniif kenname (1-16)

    • Haaluma yeroo waamamte qabduun jiraadhu (17-24)

    • Warra gaaʼela hin godhannee fi dubartoota abbaan manaa irraa duʼe (25-40)

      • Faayidaa qeenxee taʼuun qabu (32-35)

      • “Gooftaadhaan qofa” gaaʼela godhachuu (39)

  • 8

    • Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate (1-13)

      • Nuuf Waaqa tokkicha qofatu jira (5, 6)

  • 9

    • Phaawulos, ergamaa fakkeenya taʼu (1-27)

      • ‘Qotiyyoo afaan isaa hin hidhin’ (9)

      • ‘Yoon lallabuu baadhe anaaf wayyoo!’ (16)

      • Namoota hundaaf waan hundumaa taʼuu (19-23)

      • Fiigicha jireenyaa irratti of toʼachuu (24-27)

  • 10

    • Fakkeenya akeekkachiisaa seenaa saba Israaʼel irraa argannu (1-13)

    • Akeekkachiisa waaqolii tolfamoo ilaalchisee kenname (14-22)

      • Maaddii Yihowaa fi maaddii jinniiwwanii (21)

    • Bilisummaa fi warra kaaniif yaaduu (23-33)

      • “Wanta hundumaa ulfina Waaqayyootiif godhaa” (31)

  • 11

    • “Fakkeenya koo hordofaa” (1)

    • Seera matummaa fi mataa haguuggachuu (2-16)

    • Irbaata Gooftaa kabajuu (17-34)

  • 12

    • Kennaawwan hafuuraa (1-11)

    • Qaama tokko, kutaawwan qaamaa hedduu (12-31)

  • 13

    • Jaalala isa karaa hundumaa irra caalu (1-13)

  • 14

    • Kennaa raajii dubbachuu fi qooqa kan biraa dubbachuu (1-25)

    • Walgaʼiiwwan Kiristiyaanaa seera qabeessa taʼan (26-40)

      • Iddoo dubartoonni gumii keessatti qaban (34, 35)

  • 15

    • Duʼaa kaʼuu Kiristoos (1-11)

    • Abdiin duʼaa kaʼuu amantiidhaaf buʼuura dha (12-19)

    • Kiristoos duʼaa kaʼuun isaa wabii dha (20-34)

    • Qaama foonii fi qaama hafuuraa (35-49)

    • Jireenya hin duunee fi hin tortorre (50-57)

    • Hojiin Gooftaa isiniif haa baayʼatu (58)

  • 16

    • Kiristiyaanota Yerusaalemiif buusii walitti qabuu (1-4)

    • Karoora imalaa Phaawulos (5-9)

    • Ximotewosii fi Apholos gara Qorontos ni dhaqu (10-12)

    • Gorsaa fi nagaa dhaamame (13-24)