Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Xalayaa Ximotewosiif Barreeffame Isa Tokkoffaa

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Nagaa dhaamuu (1, 2)

    • Akeekkachiisa barsiisota sobaa ilaalchisee kenname (3-11)

    • Gaarummaa guddaa Phaawulositti argisiifame (12-16)

    • Mootii bara baraa (17)

    • ‘Waraana isa baʼeessa sana irratti hirmaadhu’ (18-20)

  • 2

    • Akaakuu namoota hundumaatiif kadhadhaa (1-7)

      • Waaqa tokko, araarsaa tokko (5)

      • Namoota hundumaatiif furii wal gitu (6)

    • Qajeelfama dhiirotaa fi dubartootaaf kenname (8-15)

      • Uffata seera qabeessa taʼe (9, 10)

  • 3

    • Ulaagaalee ilaaltonni ol aanaan guutuu qaban (1-7)

    • Ulaagaalee tajaajiltoonni gumii guutuu qaban (8-13)

    • Iccitii qulqulluu Waaqayyoof buluu (14-16)

  • 4

    • Akeekkachiisa barumsa jinniiwwanii ilaalchisee kenname (1-5)

    • Tajaajilaa Kiristoos isa gaarii taʼuu (6-10)

      • Leenjii qaamaa fi Waaqayyoof buluu (8)

    • Barumsa barsiistuuf xiyyeeffannaa kenni (11-16)

  • 5

    • Dargaggootaa fi maanguddoota ulfinaan qabuu (1, 2)

    • Dubartoota abbootiin manaa irraa duʼan gargaaruu (3-16)

      • Wanta maatii ofiitiif barbaachisu dhiheessuu (8)

    • Jaarsolii jabaatanii hojjetan kabajuu (17-25)

      • ‘Garaa keetiif daadhii wayinii xinnoo dhugi’ (23)

  • 6

    • Garboonni gooftolii isaaniitiif ulfina haa kennan (1, 2)

    • Barsiisota sobaa fi jaalala qarshii (3-10)

    • Qajeelfama nama Waaqaatiif kenname (11-16)

    • Hojii gaariidhaan badhaadhota taʼaa (17-19)

    • Wanta imaanaadhaan sitti kenname eegi (20, 21)