Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Xalayaa Yohaannis Isa Tokkoffaa

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Dubbii jireenyaa (1-4)

    • Ificha keessa deddeebiʼuu (5-7)

    • Cubbuu himachuun barbaachisaa dha (8-10)

  • 2

    • Yesuus aarsaa araaraa ti (1, 2)

    • Ajajawwan isaa eeguu (3-11)

      • Ajaja moofaa fi ajaja haaraa (7, 8)

    • Sababii xalayichi itti barreeffame (12-14)

    • Addunyaa hin jaallatinaa (15-17)

    • Akeekkachiisa mormituu Kiristoos ilaalchisee kenname (18-29)

  • 3

    • Nuti ijoollee Waaqayyoo ti (1-3)

    • Ijoollee Waaqayyoo fi ijoollee Diyaabilos (4-12)

      • Yesuus hojii Diyaabilos diiga (8)

    • Wal jaalladhaa (13-18)

    • Waaqni garaa keenya irra ni caala (19-24)

  • 4

    • Dubbii geggeessaa hafuuraatiin dubbatame qoruu (1-6)

    • Waaqa beekuu fi jaallachuu (7-21)

      • “Waaqayyo jaalala” (8, 16)

      • Jaalala keessa sodaan hin jiru (18)

  • 5

    • Yesuusitti kan amanu addunyaa ni moʼa (1-12)

      • Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha (3)

    • Humna kadhannaan qabutti amanamuu (13-17)

    • Addunyaa hamaa keessatti eegumsa argachuu (18-21)

      • Guutummaan addunyaa humna isa hamaa sana jala jira (19)