Dhimma ijoo ta'etti seeni

Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Natural Systems

Gocha Ajaaʼibaa Bineeldonni Raawwatan—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Addunyaan bineeldotaa gocha ajaaʼibaatiin guutameera.

Footoosinteesisii—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Footoosinteesisiin maalidha, akkasumas maal nuuf godha?

Akkaataa Uumamawwan Anniisaatti Itti Fayyadaman—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Akkaataa uumamawwan anniisaatti itti fayyadaman waaʼee madda jireenya wanta ibsu qabaa?

Uumamawwan Ibsan—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Bineeldonni tokko tokko ifa maddisiisuu qofa utuu hin taʼin maddawwan ifaa nam-tolchee taʼan kamiyyuu caalaa karaa buʼa qabeessa taʼeen humna qusatu. Akkamitti?

Qaama Namootaa

Dandeettii Qoqqoodamuu Seelii​—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Daaʼimni garaa keessa jiru tokko guddachaa yeroo deemu seelonni baayʼachuudhaan gara seelii biliyoona dhibbaan lakkaaʼamaniitti qoqqoodamu.

Oksijiinii Geejjibsiisuu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Akkaataa qaamni keenya oksijiiniin itti fudhatu, bakka barbaachisu itti geessuu fi faayidaa irra itti oolchu isa ajaaʼibsiisaa taʼe baradhu.

Horiiwwan Lafa Irraa

Dabbasaa Bineensa Bishaan Keessaa Ootar Jedhamuu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Hosiftoonni bishaan keessaa gogaa isaanii jalaa moora furdaa qaamni isaanii hoʼaa taʼee akka turu isaan gargaaru qabu. Bineensi bishaan keessaa ootar garuu mala kan biraatti fayyadama.

Arraba Adurree—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Tarii adurreen yeroo itti dammaqxu keessaa ruubii isaa of miidhagsuun dabarsiti. Of qulqulleessuu irratti dandeettii akkasii akka qabaattu maaltu ishii taasise?

Dandeettii Fuunfachuu Sarootaa—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Dandeettiin saroonni fuunfaachuuf qabanii fi saayintistoota immoo fakkeessanii hojjechuuf kakaʼan maalidha?

Luka Fardaa

Injiinaroonni, diizaayinii luka fardaa fakkeessanii hojjechuu kan dadhaban maaliifi?

Dandeettii Simbirri Halkanii Qabdu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Bineensi tokko ija isaatti utuu hin fayyadamin arguu kan dandaʼu akkamitti?

Gorora Cilalluun Wantootatti Ittiin Maxxanu

Hapheen bifa gorora cilalluutiin hojjetame meeshaalee ogeessota keessaa tokko yoo taʼe, qaama hodhuu fi shiboo fayyadamuun hafuu dandaʼa.

Jireenya Bishaan Keessaa

Gogaa Shaarkii—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Akkaataa gogaan shaarkii itti ijaarame maxxantoota irraa walaba ta’uuf isa gargaara?

Cilinfuu Kiiyuuviyar Biikdi Weel—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Qurxummiileen hoosiftoota taʼanii fi hafuura baafatan baayʼee gad fagaatanii cilinfuu seenuu fi saʼaatii dheeraadhaaf bishaan keessa turuu dandaʼu. Akkamitti?

Gogaa Qurxummii Paayilat Weel Jedhamuu fi Ofiin Of Qulqulleessu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Dandeettin inni qabu dhaabbilee hojii doonii wajjin wal qabate hojjetaniif xiyyeeffanna isaanii kan harkise maalifi?

Dandeettii Doolfiinonni Kallattii Beekuuf Qaban—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Saayintistoonni dandeettii dinqisiisaa bineensonni kun naannoo isaanii beekuuf qaban fakkeessanii hojjechuuf yaalaa jiru.

Gorora Qurxummiin Haagfiish Jedhamu Maddisiisu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Bineensota adamsan baayʼee jibbisiisa, xiyyeeffannaa saayintistootaa garuu ni harkisa. Maaliifi?

Akkaataa Qurxummiin Giraaniyan Jedhamtu Itti Hanqaaqxu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Yoomii fi eessatti akka hanqaaqxu beekuun ishee sanyiin ishee akka hin banne kan godhu akkamitti akka taʼe ilaali.

Haphee Barnaakilootaa

Hapheen barnaakilootaa haphee nam-tolchee kam iyyuu caalaa baayʼee cimaa akka taʼe dubbatama. Akkaataan barnaakiloonni itti bakka jiidhaa taʼetti qabatan garuu hamma yeroo dhihootti iccitii taʼee ture.

Dandeettii Maariin Maasil Wanta Tokkotti Maxxanuuf Qabu

Maariin maasil foʼaadhaan wanta tokkotti rarraʼa. Akkaataa kun itti hojjetu beekun, mala haaraa fi fooyyaʼaa meeshaalee ijaarsaa ykn maashaalee lafee wajjin wal qabsiisuu hojjechuuf gargaaruu dha.

Boca Elellaan

Bocnii fi akkaataan elellaan itti hojjetame qaama laafaa keessa jiru eeguuf gargaaru.

Dandeettii Qurxummiin Kaatilfiish Bifa Jijijjiiruuf Qabu

Injinaroonni uffata yeroo sekoondii tokko hin guunne gidduutti bifni isaa jijjiiramuu dandaʼu kalaquudhaan dandeettii kana hordofuuf yaalaa jiru.

Harka Oktoopaas Isa Dinqisiisaa​—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Injinaroonni roobootii harka dinqisiisaa taʼe qabu hojjetaniiru.

Dandeettii Riimooraan Wanta Tokkotti Maxxanuuf Qabu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Wanti qurxummiin kun uumamawwan galaana keessa jiraatanitti akka gaariitti akka maxxanu isa gargaaru maali dha?

Akkaataa Qurxummiin Maantaa Reey Jedhamu Nyaata Itti Calalu​—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Pilaankitanoonni baayʼee xixinnoo taʼanii fi qaawwa calaltuu Maantaa reey irra xinnaatanillee qaawwicha keessa darbuu kan hin dandeenye maaliif?

Simbirroota

Weedduu Simbira Muuziqaa​—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Simbirroonni muuziqaa gosa garaagaraa wal xaxaa taʼe uumuu kan dandaʼan akkamitti?

Arraba Simbira Haamiingibard—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Simbirri xinnoon kun humna tokkollee utuu hin fayyadamin nadhii dhugdi.

Cillinfuu Gaanet—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Simbirroon galaanaa guddaa taʼe kun dhiibbaa tarii harkisa lafaa dachaa 20 caalu irraa ooluu kan dandaʼu akkamitti?

Simbirri Baarteeyildi Goodwiit Jedhamtu Kallattii Itti Balaliitu Akkamitti Beekti?

Waaʼee simbira guyyaa saddeetiif godaansa dinqisiisaa gootu kanaa dubbisi.

Manʼee Simbira Maalii Jedhamuu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Simbirri tullaa haafaa qopheessu kun hanqaaquun isaa hoʼa falfalamuuf barbaachisu akka argatu godha. Waqtiin isaa kan jijjiiramu taʼus hoʼa manʼee isaa kan toʼatu akkamitti?

Reeppitaayilootaa fi Amfiibiyaanota

Eegee Gararraa Agaamaa

Gaararraan kun bakka diriiraa taʼerraa wanta ol dhaabbatu tokkotti utaaluu kan dandaʼu akkamitti?

Gogaa Bofaa

Gogaan bofaa cimaa taʼuudhaan muka mijataa hin taane yaabuufi cirracha qotee gad lixuu akka dandaʼu kan godhe maalidha?

Sagalee Raacha Jaappaan Isa Mukarra Jiraatuu​—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Raachi Jaappaan inni kormaan mukarra jiraatu sagalee raacha ishii dhaltuu hawwatu kan uumu akkamitti?

Ilbiisota

Akkaataa Kanniisni Baambilbiin Balaliʼa Isaa itti Toʼatu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Uumamni xinnoo taʼe kun Paayileetota muuxannoo guddaa qaban caaluu kan dandaʼe akkamitti?

Mala Kanniisni Qubachuuf itti Fayyadamtu

Malli kun qajeelfama roobootonni balaliʼan ittiin geggeeffaman qopheessuuf hojii irra akka ooluu wanti godhe maali dha?

Goondaawwan Rakkina Tiraafikaa kan Furan Akkamitti?

Goondaawwan rakkina tiraafikaa malee sochoʼu. Kana gochuuf mala akkamii fayyadamu?

Morma Goondaa

Goondaan wanta qaama isaa irra dachaa hedduu caalaa ulfaatu baachuu kan dandaʼe akkamitti?

Akkaataa Goondaan Kaarpeentar Aanti Jedhamu Anteenaa Isaa Itti Qulqulleessu

Ilbiisni xinnoon kun lubbuudhaan jiraachuu isaa itti fufuuf anteenaa isaa qulqulleessuun isa barbaachisa. Hojii barbaachisaa taʼe kana kan raawwatu akkamitti?

Akkaataa Itti Goondaan Sahaaraa Bifa Meetii Qabu Hoʼa Of Irraa Ittisu

Goondaan kun lubbu qabeeyyii beekamoo lafa irra jiraatanii fi hoʼa cimaa damdamatan keessaa tokko dha. Hoʼa cimaa damdamachuu kan dandaʼe akkamitti?

Maarshii Miilla Isuus Liifhoppar Irra Jiru

Maarshiiwwan kun ilbiisichi humnaan akka utaaluu fi akka of toʼatuuf barbaachisaa dha.

Niiwuroonii Awaannisni Sochiisaa Ittiin Toʼatu

Awaannisni gurmuudhaan godaanu kan wal hin rukunne akkamitti?

Godaansa Billaacha Moonaark—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Godaansi dinqisiisaan billaachi moonaark godhu qaama isa tolche akka qabu argisiisaa?

Akkaataa Billaachi Kaabeej Waayit Jedhamu Baallee Isaa Boca Qubee Vtiin Diriirsu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Billaachi kaabeej waayit injinaroonni meeshaa ifa aduu harkisuu irratti buʼa qabeessa taʼe akka hojjetaniif kan isaan gargaare akkamitti?

Dandeettii Dhageettii Billaachaa Dinqisiisaa T⁠a⁠ʼe

Akkaataan uumamaa gurra isaa wal xaxaa t⁠a⁠ʼuu baatus bineensota hunda caalaa dhag⁠a⁠ʼa.

Qola Boombii Diyaabolikaal Iroonkilaadii​—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Boombiin kun baʼaa guddaan irra tuulamus kan hin buruqne maaliifi?

Dandeettii Kallattii Beekuu Boombii Faltii

Boombiin faltii sirna kallattii beekuu akkamiitti fayyadama? Namoonni kanarraa maal barachuu dandaʼu?

Dandeettii Balaliʼuu Titiisa Fruut Flaay Jedhamuu

Titiisonni kun saffisa jeettii waraanaa wajjin wal fakkaatuun of irra gaggaragala. Kana kan godhus yeroo sekoondii tokko hin guunne keessatti dha.

Biqiltoota

Qola Poomeloo Isa Yeroo Lafa Dhaʼutti Miidhaan Isa Irra hin Geenye—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Saayintistoonni dandeettii qolli firii poomeloo dhiibbaa dandamachuuf qabutti fayyadamanii maal hojjechuu barbaadan?

Goraa Pooliyaa Halluu Cuquliisaa Qabu

Goraan kun halluu cuquliisaa muka kam irratti illee hin argamne qaba. Taʼus, uumamaan halluu kana hin qabu. Halluu dinqisiisaa akkasii kan qabaate akkamitti?

Akkaataa Firiin Bollokkuu Qilleensa Keessa Itti Balaliʼu—Qaamni Kana Tolche Jiraa?

Firiin Bollokkuu saffisa paaraashuutii dachaa afur caalu kan qabu yommuu taʼu, qilleensa keessa turuus ni dandaʼa.

Wantoota Ijaan hin Mulʼanne

Dandeettii Odeeffannoo Qabachuu DNA

DNAdhaaf maqaan, “Meeshaa kuusaa wanta ittiin qixxaatu hin qabne” jedhu kennameera. Maaliif akka taʼe baradhu.