Dhimma ijoo ta'etti seeni

Hariiroo Jaalalaa Jalqabuu

Bakka dhaqxu hundumaatti namoota jaalallee qaban argita. Atoo hariiroo jaalalaa jalqabuuf qophoofteettaa? Taanaan dogoggorawwan tokko tokko raawwachuurraa of eeguu fi murtoo gaarii gaaʼela gammachuu qabu qabaachuuf si gargaaru murteessuu kan dandeessu akkamitti?

Walqorachuu Dura

Saala Faallaa Wajjin Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuuf Umuriin Koo Gaʼeeraa?

Qabxiiwwan shanan qorannaa gochuufi gaaʼela godhachuuf gaʼuu kee murteessuuf si gargaaran.

Michooma moo Jaalala?—Kutaa 1: Ergaa Akkamii Anaaf Dabarsa?

Gorsawwan namni ergaa siif erge tokko jaalalaaf moo michoomaaf taʼuu isaa hubachuuf si gargaaran.

Michooma moo Jaalala?—Kutaa 2: Ergaa Akkamiin Dabarsaa Jira?

Tarii michuun kee kun walitti dhufeenyi keessan michooma irra akka darbu kan barbaaddu godhee yaadaa? Gorsawwan jiran dubbisi.

Daangaa Kaaʼuu

Nama saala faallaa qabuuf ergaa sirrii hin taane akka hin dabarsine.

Yeroo Walqorattanitti

Yeroon Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabu Maal Eeguun Qaba?

Hariiroon keessan akka itti fufuuf wantoonni buʼuuraa tilmaama keessa galuu qaban sadii jiru.

Jaalala Dhugaati moo Sinsinnii Dha?

Jaalalli dhugaa fi jaalalli sinsinnii maal akka taʼe baradhu.

Gaaʼela Utuu hin Dhaabbatin Waliin Jiraachuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Qajeelfamni Waaqayyoo maatii milkaaʼina qabu akka qabaannu nutti hima, ulaagaan isaa yeroo hunda warra isa hordofaniif faayidaa argamsiisa.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Wal Qorachuu Ilaalchisee Seera Mataa Isaanii Qabuu?

Wal qorachuun wanta bashannanaaf jecha raawwatamu dha moo hiika kan caalu qaba?

Jaalalli Dhugaan Maalidha?

Viidiyoo kanarraa Kiristiyaanonni hiriyaa gaaʼelaa gaarii filachuufis taʼe gaaʼela erga dhaabbatanii booda jaalala dhugaa walitti argisiisuuf dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu kan isaan gargaaran akkamitti akka taʼe ilaali.

Gargar Baʼuu

Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuu—Kutaa 3: Gargar Baʼuu Qabnaa?

Shakkii qabda taanaan walitti dhufeenya keessan itti fufuu qabdaa? Mata dureen kun murtoo gochuuf si gargaara.

Yeroo Wal Qorachuun Addaan Citu

Gadda wal qorachuu dhaabuu keetiin sitti dhufe mootee jiraachuu kan dandeessu akkamitti?