Dorgommicha Fiigi
Garagalfadhu
1. Matumaa
Duuba hin ʼlaalin.
Ija kee’n buqqisin
Toora dhumaarraa.
Amantii kee cimsi.
Jedh’ of jabeessi.
Fuudhii gati ofirraa.
Baʼaa addunyaa.
(BUUSAA)
Kanaaf
Dorgomi; fiigimee.
Fiigi jireenyaaf.
Mee dorgomi; ee, fiigimee.
Badhaasicha laalaa.
Mee dorgomi; fiigi mee.
Maaloo hin dhaabinikaa—
Jedhi ciniinnadhu.
Mee dorgomi.
Ee fiigimee.
2. Badhaasichi—
Kan barabaraati ii.
Eebba danuu ’rgatta—
Amma argita.
(BUUSAA)
Kanaaf
Dorgomi; fiigimee.
Fiigi jireenyaaf.
Mee dorgomi; ee, fiigimee.
Badhaasicha laalaa.
Mee dorgomi; fiigimee.
Maaloo hin dhaabinikaa—
Jedhi ciniinnadhu.
Mee dorgomi.
Ee fiigimee.
Fiigi jireenyaaf.
(CEESISA)
Biyyi lafaa kun badii kee fedha
Natt’ as deebiʼi jedha.
Garuu ati hin laafin.
Kanaaf
Dorgomi; fiigimee.
Dorgomi; fiigimee.
(BUUSAA)
Kanaaf
Dorgomi; fiigimee.
Fiigi jireenyaaf.
Mee dorgomi; ee, fiigimee.
Badhaasicha laalaa.
Mee dorgomi; fiigimee.
Maaloo hin dhaabinikaa—
Jedhi ciniinnadhu.
Mee dorgomi.
Ee, fiigimee.
Fiigi jireenyaaf.
Fiigi jireenyaaf.
Eeyyee dorgomi mee, ee.
Kottuu, dorgomikaa.
Dorgomi.
Mee dorgomi.
Fiigimee.
Fiigi jireenyaaf!