Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Itti Fufna

Itti Fufna

Garagalfadhu:

  1. 1. Waaʼee Yihowaa nan dhagaʼe

    Waaʼeen sirna haaraas gurra na buʼe,

    Nan jaalladha hanga harʼaattiyuu.

    Addunyaan kun na jeequu barbaaduyyuu.

    (BUUSAA DURA)

    An’ hin jeeqamu.

    Karaarraa hin maqfamu.

    (BUUSAA)

    Amantii koon cimsa akkan jabaadhuuf.

    Abdii koos akkan ilaaluuf.

    Dubbiisaa yeroo hundan hordofa.

    Yeroo maras nan kadhadha.

    Amantii koon cimsa; ittan fufa.

  2. 2. Iddoo dhaabbannu haa filannu:

    Bakka qarsaa yookiin kan cirrachaa.

    Biyyi lafaa kun baruma baraaf

    Hin turu yeroo hundumaa jiraachaa.

    (BUUSAA DURA)

    Nu garuu beekna,

    Akka balleeffamu.

    (BUUSAA)

    Amantii cimsanna akka jabaannuuf.

    Abdii keenyas akka laalluuf.

    Dubbiisaa yeroo hunda hordofna.

    Yeroo maras ni kadhanna.

    Amantii cimsanna; itti fufna.

    (BUUSAA)

    Amantii cimsanna akka jabaannuuf.

    Abdii keenyas akka laalluuf.

    Dubbiisaa yeroo hunda hordofna.

    Yeroo maras ni kadhanna.

    Amantii cimsanna; itti fufna.

    Ni carraaqna.

    Itti fufna.