Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Nagaa Barabaraa! (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2022)

Nagaa Barabaraa! (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2022)

Buufadhu:

  1. 1. Akkuma gaaddisa

    Gammoojjii keessaa,

    Nagaa qaba sabni Waaqaa.

    Qabna amantii,

    Waan gaarii argina

    Rakkoowwan keenyaan gammatti.

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    argata.

  2. 2. Addunyaa haaraatti,

    Tokko taʼa

    Maatiin samiirraaf lafarraa.

    Nagaa arginee

    Hin beekne qabaanna

    Haqaaf jaalalaan marfamna.

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    argata.

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    (BUUSAA)

    Guutummaa lafaarra,

    Buufachuuf jira

    Nagaan barabaraa.

    Sulularraa kaasee

    Hamma tullootaa,

    Uumamnʼ hundi nagaa

    Argata,

    Argata!