Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Nan Lallaba

Nan Lallaba

Buufadhu:

  1. 1. Gaʼeera guyyichi

    Dhumuuf jedha barichi.

    Daandii ʼsa dhugaa beekuu qabu

    Garuu salphaa miti.

  2. 2. Dhoksuu hin dandeenyu

    Ukkaamsinee hin teenyu.

    Waaqa kadhannee deemnee himna,

    Dhugaa hundaan geenya.

    (BUUSAA)

    Ibidda keessa kootii,

    Ukkaamsuuʼn dandaʼu.

    Eeyyee nan lallaba.

    Ammas deemeen lallaba

    Ergaa Mootummichaa.

    Eeyyee nan lallaba.

    Nan lallaba.

  3. 3. Waan dandeenyu goona.

    Yeroodhaan deemnee himna.

    Waliin hojjenna tokkummaadhaan

    Maqaasaaf dhaabbanna.

    (BUUSAA)

    Ibidda keessa kootii,

    Ukkaamsuuʼn dandaʼu.

    Eeyyee nan lallaba.

    Ammas deemeen lallaba

    Ergaa Mootummichaa.

    Eeyyee nan lallaba.

    Nan lallaba.

    (CEESISA)

    Ibiddichi akkaʼn dhaamneef ittan afarsa.

    Dhihaateera kunoo, guyyaan Waaqaa.

    Nan lallaba.

    (BUUSAA)

    Ibidda keessa kootii,

    Ukkaamsuuʼn dandaʼu.

    Eeyyee nan lallaba.

    Ammas deemeen lallaba

    Ergaa Mootummichaa.

    Eeyyee nan lallaba.

    Nan lallaba.

    Nan lallaba

    Nan lallaba.