Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti

Addunyaan kun tasgabbii hin qabu. Tokkoon tokkoon keenya dhiheenyattis taʼe yeroo booda balaa uumamaa fi balaa namtolcheetiin kan kaʼe rakkinni nurra gaʼuun isaa hin oolu. Maarree, atii fi maatiin kee rakkina ilmaan namootaarra gaʼaa jiru dandamachuu kan dandeessan akkamitti? Wantoota armaan gadii gochuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu:

1 | Fayyaa Kee Eeggachuu

2 | Qabeenya Kee Eeggachuu

3 | Hariiroo Namoota Wajjin Qabduuf Of Eeggachuu

4 | Abdii Kee Cimsachuu