Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 1

‘Humna Sodaachisaa’

‘Humna Sodaachisaa’

Kutaa kana keessatti seenaawwan Kitaaba Qulqulluu humna Yihowaan uumuuf, balleessuuf, eeguu fi haaressuuf fayyadamu ibsan ilaalla. Yihowaan inni ‘humni isaa sodaachisaa’ taʼe ‘jabina isaa isa guddaatti’ akkamitti akka fayyadamu hubachuun keenya ija jabinaa fi abdii guddaa nuuf kenna.—Isaayyaas 40:26.

KUTAA KANA KEESSATTI

BOQONNAA 4

‘Yihowaan Humna Guddaa Qaba’

Humni Waaqayyoo akka isa sodaannu nu gochuu qabaa? Deebiin isaa eeyyee fi lakki dha.

BOQONNAA 5

Humna Uumu—‘Isa Samii fi Lafa Tolche’

Aduu ishii baayʼee guddoo taate irraa kaasee hamma simbira hamiingibardi ishii baayʼee xinnoo taateetti uumamawwan jiran waaʼee Yihowaa wanta barbaachisaa nu barsiisu.

BOQONNAA 6

Humna Balleessu—“Yihowaan Loltuu Humna Qabeessa” Dha

‘Waaqni nagaa’ kan lolu maaliifi?

BOQONNAA 7

Humna Eegu—“Waaqayyo Iddoo Kooluu Itti Gallu” Dha

Waaqayyo karaa lamaan tajaajiltoota isaatiif eegumsa godha, inni tokko garuu hunda caalaa barbaachisaa dha.

BOQONNAA 8

Humna Haaromsu—Yihowaan ‘Wantoota Hundumaa Haaraa Godha’

Yihowaan waaqeffannaa qulqulluu iddootti deebiseera. Fuulduratti hoo maal iddootti deebisa?

BOQONNAA 9

‘Kiristoos Humna Waaqayyoo Ti’

Dinqii fi barumsi Yesuus waaʼee Yihowaa maal nutti himu?

BOQONNAA 10

Humna Keessan Fayyadamuu Irratti ‘Waaqayyoon Kan Fakkaattan Taʼaa’

Hamma yaaddu caalaa humna qabda taʼa. Sirriitti itti fayyadamuu kan dandeessu akkamitti?