Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 2

“Yihowaan Haqa ni Jaallata”

“Yihowaan Haqa ni Jaallata”

Jalʼinni haqaa addunyaa irratti babalʼateera; rakkina kanaaf immoo namoonni baayʼeen Waaqayyoon komatu. Kitaabni Qulqulluun garuu, “Yihowaan haqa ni jaallata” jechuudhaan dhugaa jiru nu barsiisa. (Faarfannaa 37:28) Kutaa kana keessatti, Yihowaan haqa jaallachuu isaa akkamitti akka argisiisee fi kunis ilmaan namootaa hundaaf abdii akkamii akka kennu baranna.

KUTAA KANA KEESSATTI

BOQONNAA 11

“Daandiiwwan Isaa Hundi Haqa Qabeessa Dha”

Haqni Waaqayyoo amala jaallatamaa kan taʼe maaliifi?

BOQONNAA 12

“Waaqayyo Haqa ni Jalʼisa Jechuu Dhaa?”

Yihowaan jalʼina haqaa ni jibba erga taʼee, addunyaan jalʼinaan kan guutame maaliifi?

BOQONNAA 13

“Seerri Yihowaa Mudaa hin Qabu”

Seerri tokko jaalala argisiisuu jajjabeessuu kan dandaʼu akkamitti?

BOQONNAA 14

Yihowaan “Bakka Namoota Hedduu Furii” Qopheesse

Barumsi wal xaxaa hin taanee fi hiika guddaa qabu Waaqayyotti dhihaachuuf nu gargaara.

BOQONNAA 15

Yesuus ‘Lafa Irratti Haqa ni Fida’

Yesuus haqa kan raawwatte akkamitti ture? Yeroo ammatti haqa raawwachaa kan jiru akkamitti? Gara fuulduraatti haqa kan raawwatu akkamitti?

BOQONNAA 16

‘Haqa Raawwachuudhaan’ Waaqayyoo Wajjin Deddeebiʼi

Haqni ilaalcha wanta sirrii fi dogoggoraa taʼeef qabnuu fi akkaataa warra kaan itti qabnu dabalata.