Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

KUTAA 4

“Waaqayyo Jaalala”

“Waaqayyo Jaalala”

Amalawwan Yihowaan qabu keessaa inni hunda irra caalu jaalaladha. Kana malees amala baayʼee nama hawwatu dha. Bifawwan amala gaarii kanaa tokko tokko yommuu qorannu, Kitaabni Qulqulluun “Waaqayyo jaalala” kan jedhu maaliif akka taʼe hubanna.—1 Yohaannis 4:8.

KUTAA KANA KEESSATTI

BOQONNAA 23

‘Inni Dursee nu Jaallateera’

Yaanni “Waaqayyo jaalala” jedhu hiika maalii qaba?

BOQONNAA 24

Wanti Kam Iyyuu ‘Jaalala Waaqayyoo Irraa Gargar Nu hin Baasu’

Yaada sobaa Waaqayyo akka si hin jaallanne ykn isa biratti gatii akka hin qabne ibsu mormi.

BOQONNAA 25

“Gara Laafina Guddaa Waaqa Keenyaa”

Miirri Waaqayyo siif qabu miira haati takka mucaa ishiif qabduu wajjin kan wal fakkaatu akkamitti?

BOQONNAA 26

Waaqa ‘Dhiifama Gochuuf Qophaaʼaa’ Taʼe

Waaqayyoo waan hunda yaadachuu kan dandaʼu erga taʼee, dhiifama gochuu fi irraanfachuu kan dandaʼu akkamitti?

BOQONNAA 27

“Gaarummaan Isaa Baayʼee Guddaa Dha!”

Waaqayyo gaariidha yommuu jedhamu maal jechuu dha?

BOQONNAA 28

“Ati Qofti Amanamaa” Dha

Amanamummaan Waaqayyoo amanamummaa lubbu dhabeeyyii irra kan caalu maaliifi?

BOQONNAA 29

‘Jaalala Kiristoos Beekuu’

Karaawwan jaalalli Kiristoos itti mulʼate sadan jaalala Yihowaa guutummaatti kan calaqqisan turan.

BOQONNAA 30

‘Jaalalaan Deddeebiʼuu Kee Itti Fufi’

Qorontos Tokkoffaan karaawwan jaalala itti argisiisnu hedduu ibsa.