Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Guddina Hafuuraa Kee

Guddina Hafuuraa Kee

KUTAA 9

Guddina Hafuuraa Kee

Wantoota armaan gadii keessaa caalaatti kan sitti ulfaatu isa kami?

□ Kitaaba Qulqulluu qoʼachuu

□ Yeroo hunda Yihowaa kadhachuu

□ Waaʼee amantii koo warra kaanitti (keessumaa hiriyoota kootti) himuu

□ Ulaagaalee Kitaaba Qulqulluu hordofuun faayidaa akka qabu hubachuu

Wanta baayʼee sitti ulfaatu ilaalchisee galma akkamii baafachuu akka barbaaddu gaditti barreessi.

․․․․․

Boqonnaan 34-38 karaa hafuuraa cimuu, ulaagaalee Kitaaba Qulqulluu hordofuu fi galmawwan jireenyi kee kaayyoo akka qabaatu godhan baafachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe hubachuuf si gargaara.

[Fakkii guutuu fuula 280, 281rra jiru]