Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Seensa

Seensa

Jireenyi uumamaanimoo qaamni diizaayinii isaa baase utuu hin jiraatin akkuma tasaa argame? Kun gaaffii namoota hedduu burjaajessudha. Taʼus, deebiisaa argachuun baayʼee barbaachisaadha. Birooshurri kun gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kenna:

  • Pilaaneetiin keenya jireenyaaf mijattuu akka taatu godhamtee uumamtee?

  • Diizaayinii uumamarratti mulʼaturraa maal baranna?

  • Barumsi jijjiirama tirannaa dhugaarratti kan hundaaʼedhaa?

  • Saayinsiin seenaan Kitaabni Qulqulluun uumama ilaalchisee dubbate dogoggora akka taʼe mirkaneesseeraa?

  • Wanti itti amantu jijjiirama kan fidu maaliifi?