Yaadannoo Dhuunfaa—Barsiifatawwan Nama Miidhan
KUTAA 5
Yaadannoo Dhuunfaa—Barsiifatawwan Nama Miidhan
Sijaaraa xuuxuuf, garmalee dhuguuf ykn qoricha sammuu hadoochu fudhachuuf qoramuu kan dandeessu maaliif akka taʼe barreessi.
․․․․․
Wantoota si miidhan utuu hin raawwatin karaawwan gaggaarii bashannanuu ykn yeroo dhiphattu of tasgabbeessuu itti dandeessu kan biroo barreessi.
․․․․․