Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Faarfannaa 139

Jabaatanii Akka Dhaabatan Isaan Barsiisaa

Jabaatanii Akka Dhaabatan Isaan Barsiisaa

(Maatewos 28:19, 20)

  1. Hoolota Yihowaa barsiisuun

    Gammachuu argamsiisa.

    Kan ofii akka godhan dhugaa

    Inni isaan geggeessa.

    (WALLEE)

    Yaa Yihowaa, nu dhagaʼi;

    Eegumsa isaaniif godhi.

    Maqaa Yesusiin kadhanna; Haa milkaaʼan;

    Jabaatanii haa dhaabatan.

  2. Qorumsi yeroo ‘saan mudate,

    Isaaniif ni kadhanne.

    Gargaaruuf yeroo ramadneerra;

    Isaanis humna’n laafne.

    (WALLEE)

    Yaa Yihowaa, nu dhagaʼi;

    Eegumsa isaaniif godhi.

    Maqaa Yesusiin kadhanna; Haa milkaaʼan;

    Jabaatanii haa dhaabatan.

  3. Waaqayyoof Ilma isaa ‘rratti,

    Amantii haa qabaatan.

    Haa ciman haa ajajamani,

    Jireenya haa argatan.

    (WALLEE)

    Yaa Yihowaa, nu dhagaʼi;

    Eegumsa isaaniif godhi.

    Maqaa Yesusiin kadhanna; Haa milkaaʼan;

    Jabaatanii haa dhaabatan.

(Dabalataan Luq. 6:48; HoE. 5:42; Filp. 4:1 ilaali.)