Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 50

Kadhannaa Of Murteessuu Koo Argisiisu

Kadhannaa Of Murteessuu Koo Argisiisu

(Maatewos 22:37)

  1. 1. Garaa kiyya kenne siif

    Dhugaaf ogummaa baruuf.

    Afaan koo si haa faarsu,

    Mootii koo ol haa kaasu.

  2. 2. Harkaaf miilla koo fudhu;

    Waan feete ʼttiin raawwadhu.

    Meetiif warqii koo hoodhu.

    Yaa Gooftaa sin dhoowwadhu.

  3. 3. Jireenya koo geggeessi,

    Fedha keen wal simsiisi.

    Na fudhu guutummaatti;

    Gammadi hojii kootti.

(Dabalataan, Far. 40:8; Yoh. 8:29; 2 Qor. 10:5 ilaali.)