Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 51

Waaqaaf Of Murteessineerra!

Waaqaaf Of Murteessineerra!

(Maatewos 16:24)

  1. 1. Yihowaan Kiristoositti nu harkisee

    Barattootasaa nu taasise.

    Teessoo Yihowaa irraa,

    Ifni gad ifaa jira.

    Amantiin keenya cime;

    Lubbuu kennuuf qophoofne.

    (BUUSAA)

    Filannoo keenyaan Waaqayyoof of kennine.

    Isaa fi Yesuusitti gammanne.

  2. 2. Kadhataan dhihaannee isa tajaajiluuf

    Fedhii akka qabnu ittʼ himne.

    Gammachuu guddaa qabna,

    Misiraachoo ni himna,

    Maqaasaatiin waamamna,

    Mootummicha lallabna.

    (BUUSAA)

    Filannoo keenyaan Waaqayyoof of kennine.

    Isaa fi Yesuusitti gammanne.

(Dabalataan, Far. 43:3; 107:22; Yoh. 6:44 ilaali.)