Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 74

Faarfannaa Mootummichaa Faarfadhaa!

Faarfannaa Mootummichaa Faarfadhaa!

(Faarfannaa 98:1)

  1. 1. Kun faarfannaa gammachuuf moʼichaa ti;

    Waaqa guddaa ulfinaan ol kaasa.

    Abdii kenna, amanamummaa cimsa.

    Haa faarfannu, kana dha ergaansaa:

    (BUUSAA)

    ‘Kottaa Waaqaaf ni saganna.

    Yesuus Mootii taʼuu himna!

    Kottaa baraa faarfannaa Mootummichaa;

    Waaqaaf sagadaa, maqaasaa jajaa.’

  2. 2. Faarsaa kanaan beeksisna Mootummicha.

    Yesuus Mootiin, lafa kana bulcha.

    Sabni haaraan raajiidhaan dubbataman,

    Yesuus wajjin dhaalu Mootummicha:

    (BUUSAA)

    ‘Kottaa Waaqaaf ni saganna.

    Yesuus Mootii taʼuu himna!

    Kottaa baraa faarfannaa Mootummichaa;

    Waaqaaf sagadaa, maqaasaa jajaa.’

  3. 3. Gad of qaboon faarfannicha ni baru.

    Jechoonnisaa namatti ni tolu.

    Namni hedduun barachuu dandaʼeera,

    Isaanis ni dhiheessu affeerraa:

    (BUUSAA)

    ‘Kottaa Waaqaaf ni saganna.

    Yesuus Mootii taʼuu himna!

    Kottaa baraa faarfannaa Mootummichaa;

    Waaqaaf sagadaa, maqaasaa jajaa.’