Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

FAARFANNAA 116

Humna Gaarummaan Qabu

Humna Gaarummaan Qabu

(Efesoon 4:32)

  1. 1. Yihowaa garaadhaa si jajanna,

    Jaalala nuuf qabda;

    Humniif ogummaan kee guddaa taʼus,

    Gaarummaan kee baayʼee adda.

  2. 2. Ilmi kee warra miidhaman cimsa,

    Jedheeʼn yaaddaʼinaa.

    Waanjoonsaaʼn quuqu, gara laafessa,

    Gaarii dha, boqonnaa kenna.

  3. 3. Yihowaaf Yesuus amala gaariin

    Nuuf taʼu fakkeenya.

    Gaarummaa qabaannaan kaanirratti

    Dhiibbaa gaarii ni geessisna.